Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Mattuutti namoota harka qalleeyii waliin sagantaan Ifxaaraa gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Hawaasni Muslimaa Bulchinsa Magaalaa Mattuu sooma Ramadaanaa sababeefachuun namoota harka qalleeyii waliin sagantaa Ifxaaraa gaggeessaniiru.
Hordoftoonni…
Doolaarri Ameerikaa kumni 481 fi Yuuroon kumni 33 seeraan ala socho’aa ture to’atame
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) –Doolaarri Ameerikaa kumni 481 fi Yuuroon kumni 33 Finfinnee ka'uun karaa seeraan alaa Jiibuutii seenuuf ture to'atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise.…
MM Abiy Ahimad Gamoo Haaraa EBC ijaarsarra jiru daawwatan
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Gamoo Haaraa EBC ijaarsarra jiru daawwataniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad gamoon dhaabbatichi yeroo ammaa…
Gabaan Dilbataa magaalaa Finfinneetti iddoowwan 50 irratti babal’ateera-Aadde Adaanach
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee gabaan Dilbataa Magaalaa Finfinneetti iddoowwan 50 irratti babal'ateera jechuun ibsaniiru.
Aadde…
Bara Oomishaa 2014/15 xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 15 fayyadamtootaaf ni dhiyaata-Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Bara Oomishaa 2014/15 xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 15 fayyadamtootaaf kan dhiyaatu ta’uu Ministeera Qonnaa beeksiseera.
Bara kana bittaan xaa’oo…
Dhaabbileen Odeeffannoo Waraanaa Baha Afrikaa waliigaltee farreen humnoota nageenyaa waloon ittisuu…
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Odeeffannoo Waraanaa Baha Afrikaa waliigaltee shororkeessitootaa fi farreen humnoota nageenyaa waloon ittisuuf dandeessisaan mallateessaniiru.…
Naannoon Oromiyaa Shaampiyoonaa Feestivaalaa Ispoortii dubartootaa biyyaalessaa 4ffaa ta’e
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Naannoon Oromiyaa Shaampiyoonaa Feestivaalaa Ispoortii dubartootaa biyyaalessaa 4ffaa ta’eera.
Dorgommiin Feestivaalaa Ispoortii dubartootaa…
Akka biyyaatti qabiinsa bishaanii fi biyyoorratti xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha-MM Abiy…
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad bishaannii fi biyyoon qonnaa fi oomishtummaaf murteessaadha jedhaniiru.
MM Abiy Ahimad fuula miidiya hawaasa isaaniin…
Ministiroonnii fi Preezdaantonni naannolee proojektoota invastimantii Bulgaa fi Dabra Birhaanitti…
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Ministiroonnii fi Preezdaantonni naannolee adda addaa proojektoota invastimantii buleeyyii magaaloota Bulgaa fi Dabra Birhaanitti argaman daawwataa jiru.…
Ayyaanni ‘Hoosaa’iinaa Aariyaam’ hordoftoota Amantaa Ortodoksi Tawaahiidoo biratti…
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) –Ayyaanni 'Hoosaa'iinaa Aariyaam' hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksi Tawaahiidoo biratti haala hoo'aa ta'een kabajameera.
Ayyaanni Hoosaa'iinaa…