Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Diyaaspooraawwan gara biyyaa dhufaniif filannoowwan Invastimantii qophaa’aniiru- Komishinii…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Diyaaspooraawwan gara biyyaa dhufaniif filannoowwan Invastimantii qophaa’uu Komishinarri Komishinii Invastimantii aadde Lalisee Namee ibsan.
Baatiiwwan…
Maree biyyaalessaa eegalchiisuuf mootummaan qophii garaagaraa taasiisaa jira – TKM
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Maree biyyaalessaa eegalchiisuuf mootummaan qophii garaagaraa taasiisaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Mootummaan Marii…
Bulchiinsi Magaalaa Dirree Dawaa lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Bulchiinsii fi uummanni Magaalaa Dirree Dawaa naannoo Amaaraatti lammiilee qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 15…
Duula birmadummaa tokkummaa sabdaneessaa torbeewwan sadan darbaniif gaggeeffameen injifannoo…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT akka sodaa nageenyaa fi birmadummaa Ityoophiyaa irra deebiin hin taaneetti dhabamsiisuuf tarkaanfiin fudhatamu kan itti fufu…
Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi akka…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa bakkeewwan garaagaraatti lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi akka taasifamuuf…
Naannoo Kibbaatti mariin ijaarsa biyyaa keessatti qooda hayyootaa jedhu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) –Hoggantoonni mootummaa olaanoon Naanoo Kibbaa haala waqtaawaarratti hayyoota waliin marii taasiisaa jiru.
Ijaarsa biyyaa keessatti qooda…
Dubartiin ulfa baatii 5 miseenosota garee shororkeessaa ABUTiin gareen gudeedamte rakkoo fayyaa…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Dubartiin ulfa baatii 5 miseenosota garee shororkeessaa ABUTiin mucaashee waggaa 4 fuulduratti gareen gudeedamte rakkoo fayyaa fi xiinsammuu hamaaf…
Kolleejjichi miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa miidhaman deeggaruuf garee ogeeyyii fayyaaf gaggeessaa…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Kolleejjiin Fayyaa Paawii miseensota Raayyaa Ittisa Biyyaa waraana gareen shororkeessaa ABUT baneen miidhaman deeggaruuf garee ogeeyyii fayyaa tola…
Loltoota ABUT madaa’uun Hospitaala ofii barbadeessanitti yaallaman
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC) – Hidhattoonni Garee ABUT waraana Arbiititti gaggeeffameen miidhaman Hospitaala Nifaas Mawucaa dura ofiin barbadeessanitti yaallamaniiru.
Humni…
Yakka gareen shororkeessaa ABUT raawwate qulqulleessuuf gareen qorannoo 11 bobba’uu ibsameera
Finfinnee, Muddee 12, 2014 (FBC) - Yakka gareen shororkeessaa ABUT Naannoo Amaaraa fi Afaariitti raawwate qulqulleessuuf gareen qorannoo 11 bobba'uu Komishiniin Poolisii Federaalaa…