Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jibuutii Imbaasii Ityoophiyaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu marsaa 2ffaan gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) –Jibuutii Imbaasii Ityoophiyaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu marsaa 2ffaan bakka Ambaasaaddar Birihaanuu Tsaggaayyeen argamanitti gaggeeffameera.…
Sagantaan Ifxaaraa bakka Preezdaant Saahilawarq argamanitti gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Sagantaan Ifxaaraa bakka Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen argamanitti Masaraa Mootummaa guddichatti gaggeeffameera.
Sagantaa kanarratti…
Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti misooma qamadii bonneen misoome heektaararraa kuntaalli…
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinneetti misooma qamadii bonneen misoome heektaararraa kuntaalli 112 argamuu ibsameera.
Jilli Ittaanaa Preezdaantii…
Ityoophiyaarra qoqqobbii kaa’uun humnoota farra nageenyaa naannichaa kan cimsudha- Ministira Sudaan…
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaarra qoqqobbii kaa’uun humnoota farra nageenyaa naannichaa kan cimsuu fi nageenya naannichaa kan booressu ta’uu Ministirri Ministeera Paabilik…
Dorgommiin Dorgaa dorgee Weellistootaa Faanaa Laamroot boqonnaa 10ffaan eegale
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Teelevizhiinii Faanaan kan qophaa’uu dorgommiin Dorgaa dorgee Weellistootaa Faanaa Laamroot boqonnaa 10ffaan guyyaa har’aa eegaleera.
Dorgommichi …
Hayyoonni muuxannoo biyyoota marii biyyaalessaan milkaa’anii qorachuun Ityoophiyaan akka itti…
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Muuxannoo biyyoota marii biyyaalessaa gaggeessuun milkaa’anii qorachuun Ityoophiyaan akka itti fayyadamtuu tasisuun ga’ee hayyootaa ta’uu gorsaan Ministira…
Godina Harargee Bahaatti sagantaan “nyaata koo qe’ee kootti” jedhu eegale
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti sagantaan "nyaata koo qe'ee kootti" jedhu eegaleera.
Godina Harargee Bahaatti hirmaannaa Dubartoota Gurmaa'aniitiin Sagantaan…
Waltajjiin marii mata duree “Duudhaalee amantaa fi aadaalee keenya nageenyaa fi tokkummaa keenyaaf”…
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii mata duree “Duudhaalee amantaa fi aadaalee keenya nageenyaa fi tokkummaa keenyaaf” jedhuun magaalaa Finfinneetti gaggeeffame.
Marichi…
Ameerikaan konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 50 Maqalee akka ga’aniif tattaaffii mootummaan…
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 50 Maqalee akka ga’aniif tattaaffii mootummaan Ityoophiyaa taasise dinqisiifachuu…
Dhorkii odeeffannoon dhamaatii ogeeyyii miidiyaaleerra gahu hiikuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 8, 2014 (FBC) – Dhorkii odeeffannoon dhamaatii ogeeyyii miidiyaaleerra gahu hiikuuf wixineen qajeelfamaa qophaa’ee gara hojiitti galuuf ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii…