Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiileen misoomaa magaalaa Baahir Daar daawwataman
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC )- Hoggantoonni olaanoo Mootummaa federaalaa hojiilee misoomaa magaalaa Baahir Daar daawwataniiru.
Pireezidaantii FDRI Taayyee Atsiqasillaasee,…
Qormaata hannarraa bilisa gochuun dhaloota dorgomaa ta’e horachuuf murteessadha – Piroofesar…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Qormaata Biyyaalessaa kutaa 12ffaa hannarraa bilisa gochuun dhaloota bu’aa qabeessaa fi dorgomaa ta’e horachuuf murteessaadha jedhan Ministirri…
Guyyaan daa’imman Afriikaa, sadarkaa Naannoo Oromiyaatti kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Guyyaan daa'imman Afriikaa, sadarkaa Naannoo Oromiyaatti sagantaalee garaagaraan kabajame.
Guyyichi mata duree "Dhaloota egeree horachuuf misooma…
Maree biyyaalessaa keessatti gaheen hayyootaa cimee akka itti fufu gaafatame
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017(FMC )- Adeemsa maree biyyaalessaa Itiyoophiyaa keessatti gaheen hayyootaa cimee akka itti fufu Komishiniin Maree Biyyaalessaa waamicha dhiyeesse.
Mariin…
Ogaartiin eenyummaa fi guddina biyyaaf ijoodha – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka buutoota hawaasa ogaartii guutuu Itiyoophiyaarraa walitti babba'an waliin mari'atan.
Qabeenya aadaa…
Yuunivarsiitii Goondaritti Piroojektoonni birrii biiliyoona 4 oliin ijaaraman eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Guyyaa Tajaajilaa barsiisummaa Waggaa 70ffaa Yuunivarsiitii Goondar sababeeffachuun Piroojektoonni garaagaraa eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta'an.…
Raayyichi Hidhi Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa akka dhugoomuuf ergama isaa bahachaa jira- Fiildi…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa Hidhi Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa akka dhugoomuuf ergama isaa gahuumsaan bahachaa jira jedhan Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa…
Oromiyaatti bakkeewwan balaa lolaaf saaxilamoo ta’anitti hojiin of eeggannoo hojjetamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC) – Oromiyaatti raaga haala qilleensaa bu'uureeffachuun bakkeewwan balaa lolaaf saaxilamuu danda’an adda baasuun hojjechaan jira jedhe Buusaa Gonofaa…
Hojiin bakkewwan daa’imman taphachaa qaamaa fi sammuun guddachuu danda’an babal’isuu cimee itti…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2017 (FMC )- Hojiin bakkewwan daa’imman taphachaa qaamaa fi sammuun guddachuu danda’an babal’isuu cimee itti fufa jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech…
Magaalonni Ismaartiin hundaa’uun kenniinsa tajaajilaa guddiseera- Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2017 (FMC)- Magaalonni Ismaartiin hundaa’uun kenniinsa tajaajilaa guddiseera jedhan Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin.…