Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni awwaalchaa Hajii Muftii Umar Idiriis raawwate
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Sirni awwaalchaa Pireezidaantii duraanii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Hajii Muftii Umar Idiriis raawwateera.
Ulaamoonni,…
Misooma Ruuzii godina Jimmaatti
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Godina Jimmaatti lafa hektaara kuma 300 fi kuma 54 ol irratti Ruuziin misoomeera.
Oomisha bara kanaarraa callaa kuntaalli miiliyoonni 14 ol ni…
Reeffa Hajii Muftii Umar Idiriisiif Galma Barkumeetti sirni gaggeessaa raawwatamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Reeffa Pireezidaantii duraanii Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Hajii Muftii Umar Idiriisiif Galma Barkumeetti sirni gaggeessaa…
Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Daayrektera Olaanaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018 (FMC) –Bulchaan Baankii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Dooktar Iyyoob Takkaallinyi Daayrektera Olaanaa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa Dooktar Nigoozii Okoonjoo…
Sirni Solaataa fi kadhannaa Reeffa Hajii Muftii Umar Idiriis gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Sirni Solaataa fi kadhannaa Reeffa Hajii Muftii Umar Idiriis bakka waggoottan 40’f itti barsiisan Masjiida Nuuritti gaggeeffamaa jira.
Sagantaa…
Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee…
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Paarkiin Biyyaalessaa Gaarreen Baalee qabeenya uumamaa Itiyoophiyaan qabdu keessaa tokkoodha.
Kallattii Kibba Bahaa Itiyoophiyaan Naannoo Oromiyaa…
Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuufi gargaaramtummaarraa bahuuf qindoominni dhaabbilee qooda…
Finfinnee, Onkoloolessa 10, 2018(FMC)- Galmoota qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuufi gargaaramtummaarraa bahuu milkeessuuf qindoominni dhaabbilee qooda fudhattootaa cimuu qaba jedhan…
Sirna gaggeessaa reeffa Hajii Muftii Umar Idiriis Qa’ee isaanii gara Masjiida Nuuritti
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Reeffi Hajii Muftii Umar Idiriis mana jireenyaa isaanii gara Masjiida Nuuritti gaggeeffamaa jira.
Sagantaa gaggeessaa kanarratti Ulaamaawwan,…
Itiyoophiyaan invastimantii dhuunfaa cimsuuf kutannoo qabdi- Obbo Ahimad Shiidee
Finfinnee, Onkoloolessa 10, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan invastimantii dhuunfaa cimsuuf kutannoo qabdi jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen.
Walga’ii waggaa Baankii…
Sirni Awwaalchaa Hajii Muftii Umar Idiriis har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irratti raawwaata
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2018(FMC) – Sirni Awwaalchaa Hajii Muftii Umar Idiriis har’a waaree booda sa’aatii 10:00 irratti raawwaata jedhe Koreen sirna Awwaalcha isaanii.
Sirni…