Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Saaxilamummaa lolaa hir’isuuf hojjechaan jira – Bulchiinsa Magaalaa Asallaa
Finfinnee, Waxabajjii 05, 2017 (FMC) - Bulchiinsi magaalaa Asallaa gandoonni aanaa Xiyyoo naannawa magaalattii jiran lolaan akka hinmiidhamneef hojjechaan jira jedhe.
Jiraartonni gandoota…
Seenessa waloo cimsuuf ijaarsa eenyummaa waloorratti xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha-…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) –Ogeeyyiin miidiyaafi kominikeeshinii seenessa waloo cimsuuf xiyyeeffannoon hojjechuutu irraa eegama jedhan Itti gaafataman Damee Hariiroo Uummataafi…
Inistiityuutichi qorannoolee adda adda gaggeessuun kitaabilee 31ta’an maxxansiise
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Inistiityuutiin Qorannoofi Qo'annoo Oromoo qorannoolee adda adda gaggeessuun kitaabilee 31ta'an maxxansiiseera jedhe.
Inistiityuutiin Qorannoofi…
Buusii soorama hojjettootaa dhaabbilee dhuunfaarraa birrii biiliyoonni 40 ol walitti qabame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Bara kana Buusii soorama hojjettootaa dhaabbilee dhuunfaa Birriin biiliyoonni 40 ol walitti qabame jedhe Bulchiinsi Wabii Hawaasummaa Hojjettoota…
Badhaasni Haacaaluu Hundeessaa marsaa 4ffaan Waxabajjii 22, 2017 gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Guyyaa Yaadannoo Wareegamuu waggaa 5ffaa fi Badhaasaa Haacaaluu Hundeessaa marsaa 4ffaa ilaalchisee Boordiin Faawundeeshinii Haacaaluu ibsa kenneera.…
Obbo Tasfaayee Niwaay Walitti qabaa Itti aanaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa ta’uun muudaman
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Obbo Tasfaayee Niwaay Walitti qabaa Itti aanaa Boordii Filannoo Biyyaalessaa ta’uun muudamaniiru.
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee…
Hojiilee misoomaa guyyoottan 90 itti aanan hojjetaman irratti hoggansi kutannoon hirmaachuu qaba-…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Hojiilee misoomaa guyyoottan 90 itti aanan magaalaa Finfinneetti hojjetaman irratti hoggansi kutannoon hirmaachuu akka qabu Kantiibaan magaalichaa Aadde…
Malaammaltummaa ittisuuf kan kennuufi kan fudhatu irratti tarkaanfiin wal fakkaataan fudhatamuu qaba…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Malaammaltummaa ittisuuf kan kennuufi kan fudhatu irratti tarkaanfiin wal fakkaataan fudhatamuu qaba jedhe Komishinii Naamusaafi Farra Malaammaltummaa…
Lakkoofsi kaffaltoota gibiraa karaa elektirooniksiin gibira kaffalanii guddachaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) - Lakkoofsi kaffaltoota gibiraa sirna elektirooniksiin gibira kaffalanii guddachaa jira jedhe Ministeerri Galiiwwanii.
Ministeerichatti Hogganaan…
Xannachi Kiloogiraamni 14 haadha tokko keessaa wal’aansaan baafame
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2017 (FMC )- Godina Boorana Bahaa Hospitaala waliigalaa Nageellee Booranaatti xannachi Kiloogiraama 14 ulfaatu haadha tokko keessaa tajaajila baqaqsanii wal’aanuun…