Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree naannichaa baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 43 ta’uun dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 43 fi miiliyoona 500 ol ta’uun dhiyaate raggaasise.
Hoggantuun…
Labsichi alseerummaa bobbii alaarratti mul’atu hambisa
Finfinnee, Adoolessa 17,2017(FMC)- Ministeerri Hojiifi Ogummaa labsiin bobbii hojii alaa haaraan gochaa alseerummaa faddaaltonni adeemsa bobbii alaarratti raawwatan hambisa jedhe.
Labsiin…
Godina Wallagga Bahaatti lafa heektaara kuma 700 fi kuma 32 ol irratti midhaan faca’e
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017(FMC)- Godina Wallagga Bahaatti qonna gannaan hanga ammaatti lafa heektaara kuma 700 fi kuma 32 ol irratti sanyiin faca’eera jedhe Waajjirri Qonnaa Godiinichaa.…
Yaa’iin Idilee Naannoo Hararii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 17, 2017 (FMC) – Yaa’iin Biyyaalessaa 2ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaan naannoo Hararii gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi hojiilee dameewwan aadaa, seenaa, eegumsa…
Instiitiyuutichi imala badhaadhinaa keenya gargaaraa jira – obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Inistiitiyuutiin Hoggansa Hojii Itiyoophiyaa tajaajilaa fi bulchiinsa mootummaa fooyyessuuf riifoormiiwwan eegalaman deggeruun ga’ee isaa ba’aachaa jira…
Baajanni Naannoo Afaar bara 2018 Birrii biiliyoona 18.715 ta’uun ragga’e
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Baajanni Naannoo Afaar bara 2018 Birrii biiliyoona 18.715 ta’uun ragga’e.
Manni Maree naannichaa Yaa’ii idilee 8ffaa bara hojii 4ffaa marsaa 6ffaa…
Sirrummaan raaga haala qilleensaa gara % 80tti ol guddate
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Sirrummaan raaga haala qilleensaa gara % 80tti ol guddate jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa.
Sirrummaan raaga haala…
Hojiin eegumsaa fi misoomaa Paarkiwwanirratti hojjetame bu’aa jajjabeessaa galmeesse – Salamaawiit…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Hojiin eegumsaa fi misoomaa Paarkiwwanirratti hojjetame bu’aa jajjabeessaa galmeesse jedhan Ministirri Ministeera Tuurizimii Salamaawiit Kaasaan.…
Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf kutannoo qabdi- Dooktar Iyyoob Takkaalliny
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017(FMC)- Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny Itiyoophiyaan miseensa Dhaabbata Daldalaa Addunyaa ta’uuf kutannoo qabdi jedhan.…
Itiyoophiyaan sirna nyaataa waaraa ijaaruuf hojjechaa jirti
Finfinnee, Adoolessa 16, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan qormaatilee mudatan carraatti jijjiiruun sirna nyaataa waaraa ijaaruuf hojjechaa jirti.
Ministeerri Pilaanii fi Misoomaa Gamtaa…