Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qulqullina barnootaa fiduuf daree barnootaa qulqullina qabuufi kununsi barsisootaa murteessaadha…
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017 (FMC)- Qulqullina barnootaa fiduuf daree barnootaa qulqullina qabuufi kununsi barsisootaa murteessaadha jedhan Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dooktar…
Buufanni Qindaa’aa Konkolaataa Magaalaa Walisoo eebbisiifame
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017 (FMC)- Buufanni Qindaa’aa Konkolaataa Magaalaa Walisoo eebbisiifameera.
Buufatichi baasii Birrii miiliyoona 600 oliin kan ijaarame ta'uu Biiroon…
Piroojektoonni guyyaa har’aa tajaajilaaf banaman sochii daldalaa ni saffisiisu- Kantiibaa Adaanech…
Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen piroojektoonni guyyaa har’aa magaalichatti eebbisiifamuun tajaajilaaf banaman sochii daldalaa ni saffisiisu…
Dargaggoonni ijaarsa biyyaafi nageenya waaraaf dammaqinaan hirmaachuu qabu- Obbo Adam Faaraah
Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Dargaggoonni Itiyoophiyaa badhaate ijaaruufi nageenya waaraa mirkaneessuuf gahee isaanii bahachuu akka qaban Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan…
Misoomni Kooriidarii sochii daldalaa saffisiisuu keessatti gahee guddaa qaba- Hayyoota
Finfinnee, Waxabajjii 29, 2017 (FMC) – Misoomni Kooriidarii magaalaa sochii daldalaafi guddina diinagdee saffisiisuu keessatti gahee guddaa qaba jedhan hayyoonni.
Yuuniivarsiitii Siiviil…
Finfinneetti piroojektoonni garaagaraa 21 ijaaramaa turan eebbisiifaman
Waxabajjii 29, 2017(FMC)- Magaalaa Finfinneetti piroojektoonni daandii 13 dheerina kiiloomeetira 31.5 qabaniifi riqichoonni 8 eebbisiifamuun tajaajilaaf banaman.
Saganticharratti…
Boorana Bahaatti laftis sirna beeka; seerrifi safuun damboobee argama – Pireezidaanti…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Boorana Bahaatti nama qofa osoo hintaane, laftis sirna beeka; seerrifi safuun damboobee argama jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Waadaan Saqoxaa fayyaa hawaasaa fooyyessuun wabii fayyaa ta’aa jira – Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Waadaan Saqoxaa hojiirra ooluun fayyaa hawaasaa fooyyessuun wabii fayyaa ta'aa jira jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Biraaziil waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Biraaziil Luuwiiz Inaachiyoo Luulaa Daa Siilvaa waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.…
Shawaa Kaabatti pirojektootni 311 Birrii biiliyoona 3.5 hojjetaman eebbifamuun tajaajilaaf banaa…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC) –Godina Shawaa Kaabatti pirojektootni 311 baajata mootummaafi hirmaannaa uummataa Birrii biiliyoona 3.5 oliin hojjetaman tajaajilaaf banaa ta'an.…