Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiileen Riifoormii Itiyoophiyaa ammayyeesuuf eegalaman murannoo hoggansaa kan agarsiisaniidha –…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017 (FMC) – Hojiileen Riifoormii Itiyoophiyaa ammayyeesuuf eegalaman ga’umsa ogummaa fi murannoo hoggansi jijjiiramaa qabu kan agarsiisaniidha jedhan Itiyoophiyaatti…
Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 9.9 galmeessaniif…
Finfinnee, Caamsaa 9, 2017 (FMC) – Naannoo Kibba Itiyoophiyaatti abbootii qabeenyaa kaappitaala Birrii biiliyoona 9.9 galmeessaniif eeyyamni Invastimantii kennamuu Biiroon Invastimantii…
Oromiyaarraa lammiileen kumni 100 fi kumni 33 bobbii alaan carraa hojii argatan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2017(FMC) - Bara kana Oromiyaarraa lammiileen kumni 100 fi kumni 33 bobbii alaan carraa hojii argachuu ibsameera.
Lammiileen kunneen biyyoota waliigaltee bobbii…
Magaalaa Sooddootti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Caamsaa 8, 2017(FMC) - Godina walaayittaa Bulchiinsa Magaalaa Sooddootti ganama har’aa balaa konkolaataa mudateen lubbuun namoota 4 yoo darbu, miidhaan qaamaa fi qabeenyaas…
Manneen kumni 50 humna soolaarii fayyadamuu eegalan
Finfinnee, Caamsaa 8, 2017(FMC) - Baatiiwwan salgan darbanitti magaalota baadiyyaa 18 keessatti manneen kumni 50n humna soolaarii fayyadamuu Ministeerri Bishaanii fi Inarjii beeksise.…
Piriimeer Liigii Ingiliiziin taphni har’a Cheelsiin Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu ni…
Finfinnee, Caamsaa 8, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 37ffaan taphni har’a Cheelsiin Maanchiister Yuunaayitiid keessummeessu xiyyeeffannoo argatera.
Har’a halkan…
Ministeerri Fayyaa haala waqtaawaa tajaajila fayyaa irratti ibsa kenne
Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) – Ministeerri Fayyaa haala waqtaawaa tajaajila fayyaa irratti ibsa kenneera.
Ministeerichi tajaajila fayyaa qulqullina qabuufi haqa qabeessa waliingahuuf…
Itiyoophiyaan ergama kabachiisa nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniif deeggarsa dabalataa gochuuf…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan ergama kabachiisa nageenyaa Mootummoota Gamtoomaniif loltummaafi humna poolisii dabalataa bobbaasuun deeggarsa akka taasistu Ministirri…
Misooma qamadii jallisii boneerraa oomishni kuntaalli miiliyoonni 66 sassaabame-TKM
Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) – Misooma qamadii jallisii boneerraa oomishni kuntaalli miiliyoonni 66 sassaabamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Misooma qamadii jallisii…
Itiyoophiyaan dameewwan garaagaraan bu’aa hedduu galmeessisaa jirti- TKM
Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan bara baajataa kanatti dameewwan garaagaraan bu’aa hedduu galmeessisaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Qonna,…