Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Marichaa deeggarsa Dhaabbilee Diimokiraasiif taasisu cimsee itti fufa-Afyaa’ii Taaggasaa…
Finfinnee, Waxabajjii 28, 2017 (FMC)- Dhaabbilee Diimookiraasii bilisaa fi walabaa ijaarsa biyyaa cimaaf gahee qaban caalmaatti guddisuuf Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa deeggarsa isaa…
Gujiin wiirtuu tokkummaa, giddugala aadaafi safuuti – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) –Gujiin wiirtuu tokkummaa, giddugala aadaafi safuuti jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan
Gujiin Woyyuu; Waaqatu…
Pireezidaanti Shimallis Gujiitti hoggantoota WBO waamicha nageenyaa fudhatan simatan
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Gujiitti hoggantoota WBO waamicha nageenyaa fudhatan simatan.
Pireezdaanti…
Kitaabni “Itiyoophiyaawwii Diimookiraasii Fillagaa” duudhaalee aadaa Itiyoophiyaa kan hammate- Obbo…
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraah kitaabni “Itiyoophiyaawwii…
Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Walga’ii idilee 13ffaa bara hojii 4ffaa taa’een ajandaalee afur irratti mari’achuun murtoo dabarseera.…
Kaayyoo fi Maalummaa Mana Murtii Aadaa
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2017 (FMC) - Mala aadaatiin wal-diddaa hiikuun Itiyoophiyaa dabalatee biyyoota Afrikaa hedduu keessatti jaarraa hedduuf dhimma itti bahamaa tureera.
Mala aadaan…
Itiyoophiyaa heddummina yaadaan ijaaramte dhugoomsuuf waltumsuu qabna- Obbo Tamsgeen Xurunaa
Finfinnee,Waxabajjii 27, 2017 (FMC) – Itti aanaan Ministira Muummee FDRI obbo Tamasgeen Xurunaan Itiyoophiyaa heddummina yaadaan ijaaramte dhugoomsuuf waltumsuu qabna jedhan.
Obbo…
Itiyoophiyaan yakkoota daangaa ce’an ittisuuf murannoo qabdi- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan tumsawwan yakkoota daangaa ce’an ittisuuf taasifaman cimsuuf murannoo qabdi jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Gujiitti bara kana Bunni Tooniin Kumni 39 ol gabaaf dhiyaate
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC)- Godina Gujiitti bara kana buna toonii kuma 55 ol gabaaf dhiyeessuuf karoorfamee hanga ammaatti bunni toonii kuma 39 ol gabaaf dhiyaateera jedhe…
Godina Gujiitti qonna Arfaasaatiin lafti heektaarri kumni 200 ol misoome
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017 (FMC)- Godina Gujiitti qonna Arfaasaatiin lafti heektaarri kumni 200 ol misoome.
Godinichatti bara kana lafti heektaarri kuma 200 fi kuma 58 ol oomisha…