Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Oomishaalee zooniiwwan diinagdee addaa qulqullinaafi ariitiin buufataaleen gahuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Waldaan Aksiyoona Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutii zoonii diinagdee addaa Boolee Lammiitti tajaajila giddugala tokkoo kennuu eegaleera.
Tajaajilicha…
Instiitiyuutichi ergama sirna haqaa tumsuu milkeessuuf qooda fudhattoota waliin hojjechaa jira
Instiitiyuutichi ergama sirna haqaa tumsuu milkeessuuf qooda fudhattoota waliin hojjechaa jira
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017 (FMC) –Inistiityuutiin Leenjii fi Qorannoo Seeraa Oromiyaa ergama…
Ogeeyyiin miidiyaafi kominikeeshinii milkaa’inoota argaman mul’isuu keessatti gahee isaanii bahachuu…
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Jijjiirama biyyaalessaa hordofee milkaa’inoota dameewwan hundaan argaman mul’isuu keessatti ogeeyyiin miidiyaafi kominikeeshiin gahee isaanii bahachuu akka…
Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoobitti hojimaanni Interpiraayizii Diijitaalaa haaraan eegalame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoobitti hojimaanni Interpiraayizii Diijitaalaa haaraan eegalamuu Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kaamil…
Rakkoolee mariin furuun biyyi boqonnaa akka argattu hojjechuun barbaachisaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC) – Rakkoolee karaa nagaan mariidhaan furuun biyyi boqonnaa akka argattu hojjechuun barbaachisaa ta’uu Paatiriyaarkiin Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo Abuna…
Misoomni Kooriidarii yaaddoo balaa hir’iseera jedhame
Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC)- Misoomni kooriidarii yaaddoo balaa hir’isuu keessatti gahee olaanaa bahachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Abiddaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Waliigalteewwan Inveestimeentii Doolaara biliyoona 1 fi Miliyoona kuma 600 mallatteeffaman
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Komiishiniin Inveestimeentii Itiyoophiyaa Fooramii ‘Invest Ethiopia 2025 ’ jedhu irratti waliigalteewwan Doolaara Biliyoona 1 fi Miliyoona kuma 600…
Daandiin Qilleensichaa Imaltoota Hajii fi Umraaf tajaajila saffisaa kennuf qophaa’eera jedhame
Caamsaa 5, 2017 (FMC) - gareen Daandii Qileensaa Itiyoophiyaa imaltoota Haajii fi Umraa baranaaf tajajila geejjibaa miijataa kennuuf qophaa’uu isaa beeksiseera.
Imala…
Aanaa Shanan Dhuuggootti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Godina Harargee lixaa aanaa shanan dhuuggootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 11 darbuun ibsame.
Balichi Konkolaataan ‘Iyisuuzuun…
Misoomaa fi nageenya waaraa mirkaneessuuf dhaabbileen amantii qooda isaanii cimsuu qabu –…
Finfinnee, Caamsaa 5, 2017 (FMC) - Afrikaatti nageenyaa fi misooma waaraa mirkaneessuuf dhabbileen amantii qooda isaanii ciminaan ba’uu akka qaban Pireezidaanti Taayyee Atsqasilaaseen…