Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ayyaanni hundeeffama waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa kabajamaa jira
Finfinnee, Caamsaa 2, 2017 (FMC) - Ayyaanni hundeeffama waggaa 47ffaa Ajaja Lixaa magaalaa Naqamteetti sagantaa adda addaan kabajamaa jira.
Ayyaana kana irratti hirmaachuufis…
Abbootiin Gadaa fi Abbootiin Amantaa nagaa buusuu keessatti ga’ee isaanii ciminaan akka…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) - Abbootiin Gadaa fi Abbootiin Amantaa nagaa buusuu keessatti hojii hojjechaa jiran cimsanii akka itti fufan dhaamameera.
Mareen Paanaalii Nageenya…
Oromiyaatti Foyya’iinsa Siviil Sarviisii hojiirra oolchuuf qophiin taasifamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Foyya’iinsa Siiviil Sarviisii hojiirra oolchuuf qophiin duraa hojjetamaa jiraachuu Biiroon Siviil Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa…
Gurmaa’iinsi gandaa haaraan nageenyii fi misoomni akka fooyya’uuf bu’uura ta’eera jedhame
Finfinnee, Caamsaa 1,2017 (FMC) - Godina Shawaa Bahaatti gurmaa’iinsi gandaa haaraan haalli nageenyaa akka fooyya’uu, hirmaannaa fi fayyadamummaan uummatni dinagdee keessatti qabu akka…
Hariiroon daldalaa Itiyoophiyaa fi Raashiyaa guddachaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017 (FMC) - Hariiroon Itiyoophiyaa fi Ruusiyaa gidduu jiru guddachaa dhufuu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddar Raashiyaa Ivgeenii Tarakihiin ibsan.
Itiyoophiyaan…
Oromiyaatti rakkoowwan damee albuudaa furuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017(FMC)- Naannoo Oromiyaatti rakkoowwan itti fayyadama albuudaa furuuf riifoormiifi karoorri qophaa’uu ibsameera.
Riifoormiifi karoorri kun waggoota sadan itti…
Milkaa’inni riifoormii warshaa sukkaaraa Wanjii warshaalee biroorraa ni eegama- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 1, 2017(FMC)- Milkaa’inni riifoormii warshaa sukkaaraa Wanjii warshaalee biroorraa ni eegama jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Bu’aa akkaataa…
Hojiin Buufata Xiyyaaraa haaraa ijaaruu fi Kan turan fooyyessuu jabaatee itti fufeera jedhame
Finfinnee, Caamsaa 1,2017 (FMC) - Tajaajila geejjibaa biyya keessaa fooyyessuuf hojiin buufataalee xiyyaaraa haaraa ijaaruu fi kanneen duraan turan fooyyessuu fi babl’isuu hojjetamaa…
Harargee Bahaatti bara kana biqiltuuwwan miiliyoona 300 ol dhaabuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Godina Harargee Bahaatti bara kana Sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuuwwan miiliyoona 300 fi miiliyoona 25 ol dhaabuuf hojjetamaa jiraachuun ibsameera.…
Yaa’iin nagaa, waloomaa fi misoomaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffama
Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Yaa’iin nagaa, waloomaa fi misoomaa Idil-addunyaa 3ffaan Caamsaa 5fi 6, 2017 magaalaa Finfinneetti akka gaggeeffamu Yaa’iin Dhaabbilee Amantaa Itiyoophiyaa…