Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Sidaamaatti dhaabbileen 12 tajaajjila faarmaasii laachuuf mijataa ta’an eebbifamuun hojii…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Naannoo Sidaamaatti dhaabbileen 12 tajaajjila faarmaasii laachuuf mijataa ta’an eebbifamuun hojii eegalan.
Deettaan Ministira Fayyaa aadde…
Ityoophiyaa fi Faransaay hariiroo baroota dheeraa damee barnootaan waliin qaban cimsanii akka itti…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Ministirri Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Riimii Marchuuksii waliin marii’atan.…
Kitaabnii fi dokumantariin, magaalaan Sabbataa eessaa garamitti jedhu eebbifame
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Kitaabnii fi dokumantariin, magaalaan Sabbataa eessaa garamitti jedhu qindeessummaa waajjira kominikeeshinii magaalaa Sabbataan qophaa'ee guyyaa har'a…
Sudaan sochii seeraan alaa daangaarratti taasiftu itti fufteetti-Ministeera Dhimma Alaa
Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)-Sudaan naannoo daangaa Ityoophiyaatti sochii seeraan alaa taasisfuu itti fufuu ishee dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa ambaasaaddar Diina Muftiin…
Paarkoonni Indaastirii Qindaa’aa Qonnaa oomisha gara biyyatti galu bakka buusuuf dandeettii guutuu…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Paarkoonni Indaastirii Qindaa’aa Qonnaa oomisha gara biyyatti galu bakka buusuuf dandeettii guutuu akka qaban Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii…
Yaa’iin komishinaroota poolisii har’a akka itti fufetti jira
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Yaa’iin komishinaroota poolisii 12ffaa federaalaa, naannoo fi bulchiinsa magaalaa magaalaa Bishooftuutti gaggeeffamaa jiru itti fufeera.
Yaa’ichi…
Ambaasaaddar Tizzitaa hawaasa daldalaa Hindiif dhimmoota invastimantii Ityophiyaa irratti ibsa…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Hinditti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tizzitaa Mulugeetaa miseensoota hawaasa daldalaa hindiif invastimantii mijatoo Ityoophiyaan qabdu irratti…
Obbo Aganyaaw Tashaagar hoggantoota hojii garagaraaf muudama laatan
Finfiinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Preezdaantiin mootummaa naannoo Amaaraa Obbo Aganyaaw Tashaagar hoggantoota hojii garagaraaf muudama laataniiru.
Bu’uuruma kanaan:-
1. Obbo…
Dhaabbilee marsaa torbaffaaf sagantaa “Maaddii biyyaaf” Birrii galii taasisaniifi nagahee erguun…
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Dhaabbilee marsaa torbaffaaf sagantaa “Maaddii biyyaaf” Birrii galii taasisaniifi nagahee erguun beeksisaniif Waajjirri Ministira Muummee galata…
Jilli obbo Tasfaayee Gashoon durfamu Aanaa Wandootti proojaktota misoomaa adda addaa daawwate
Finfinnee, Amajjii 4, 2013 (FBC)- Jilli obbo Tasfaayee Gashoon durfamu Aanaa Wandootti proojaktota misoomaa adda addaa daawwate.
Koreewwan Dhaabbii Caffee Dura Taa'aa Koree Dhaabbii…