Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dargaggoota godina Gondar Kibbaa raayyaa ittisa biyyatti makamaniif gaggeessaan taasifame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Dargaggoota godina Gondar Kibbaa raayyaa ittisa biyyatti makamaniif gaggeessaan har’a taasifameera.
Maanyichaal Azaazuutu gabaase
Fuula Feesbuukii…
Jiraattoonni kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalliitti ayyaanni Irreechaa nagaan akka kabajamuuf gahee…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Ayyaanni Irreechaa bara kanaa nagaan kabajamee akka xumuramuuf gahee isanirraa eegamu kan bahan ta’uu Abbootiin Gadaa, Haadholiin Siinqee,akkasumas…
Barattoota bu’uuraa humna galaanarraa waliin haala yeroorratti mariin taasifame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Barattoota bu’uuraa humna galaanarraa magaalaa Baahir Daar kaampii Makood jiran waliin haala yeroorratti mariin taasifamuusaa ibsameera.
Itti aanaan…
Oomishtoota Warqee mala aadaan oomishanirraa kaffaltiin Rooyaalitii ka’e
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Oomishtoota Warqee mala aadaan oomishanii baankiif dhiyeessanirraa kaffaltiin Rooyaalitii kan naannoleef kaffalaa turan guutummaa guutuutti kaafamuun…
Filannoo Fulbaana 20 gaggeeffamuuf qophii ga’aan taasifameera jedhame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Filannoo Fulbaana 20 gaggeeffamuuf Boordiin Filannoo Biyyoolessaa qophii ga’aa taasisuusaa beeksiseera.
Boordichi adeemsa qophichaa ilaalchisuun…
Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa haala yeroorratti gamaggama gaggeesse
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa haala nageenyaa fi tasgabbii yeroorratti gamaggama gaggeesseera.
Manni marechaa haala nageenyaa fi tasgabbii guutuu…
Yaa’iin xumuuraa Caffee Fulbaana 14 fi 15 Magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti ni gaggeeffama
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Yaa’iin xumuuraa Caffee bara hojii 5ffaa Fulbaana 14 fi 15, 2014 magaalaa Adaamaa Galma Caffeetti ni gaggeeffamaa jedhameera.
Yaa’iin duraa waggaa…
Sochiin “ Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti” jedhu Magaalaa Dirree Dawaatti eegale
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Sochiin “ Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti” jedhu Magaalaa Dirree Dawaatti eegalameera.
Badii gareen shororkeessaa ABUT lammiilee Ityoophiyaarraan…
Hooggantoonni fi hojjettoonni ministeericha sochii “ Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti” jedhuuf…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)-Hooggantoonni fi hojjettoonni Ministeeraa Daldalaa fi Indaastirii sochii “ Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti” jedhuuf mallattoosaanii kaa’aniiru.…
Diinagdee biyya keessaa fooyyessuuf kallattiiwwan kaa’aman bilchinaan raawwatamaa jiru –…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Kallattiiwwan Diinagdee biyya keessaa fooyyessuuf kaa’aman karaa bilchina qabuun raawwatamaa kan jiran ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa…