Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Konkolaattoonni Naannoo Tigraay galan deebi’uu dhabuun dhiyyeessii deeggarsa namoomarratti rakkoo…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’anii naannoo Tigraay galan deebi’uu dhabuun dhiyyeessii deeggarsa namoomarratti rakkoo uumuu ibsameera.…
Obbo Dammaqaan Ministir Deettaa Ministeera Dhimma Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministir Deettaa Ministeer Dhimma Alaa Emireetoota Araba…
Ministeerri Geejjibaa fi Dhaabbanni Sagantaa Nyaataa Addunyaa Sanada waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) – Ministeerri Geejjibaa fi Dhaabbanni Sagantaa Nyaataa Addunyaa Sanada waliigaltee mallatteessuun ibsameera.
Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde…
Obbo Dammaqaa Makonnon Ministira Ministeera Dhimma Alaa Gaaboon waliin marii’atan
Finfinnee, Fulbaana 12, 2014 (FBC) –Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Gaaboon Paakoomee…
Preezdaant Shimallis Abdiisaan Jaal Goollichaa Dheengee biiroosaaniitti simachuun wajjiin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)-Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ajajaa waraanaa ABO Shanee Zoonii Kibbaa kan turan Jaal Goollicha Dheengee…
Aadde Adaanach Abeebe dargaggoota magaalaa Finfinnee galateeffataan
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Itti aantuun kaantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dargaggoonni magaalaa Finfinnee magaalaa keessaaniifis ta’ee nageenyaa fi tasgabbii…
Raayyaa Ittisa Biyyaatti Koolleejjiin Waraanaa miseensota raawwii hojii bu’aa qabeessa galmeessaniif…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Raayyaa Ittisa Biyyaatti Koolleejjiin Waraanaa, miseensota raawwii hojii bu’aa qabeessa galmeessanii fi yeroo turtii isaanii uwwisaniif guddina sadarkaa…
Tajaajilli Nageenyaa Odeeffannoo biyyoolessaa sodaawwan nageenya biyyoolessaa hambisuuf gama…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Tajaajilli Nageenyaa Odeeffannoo biyyoolessaa sodaawwan nageenya biyyoolessaa hambisuuf gama isaatiin hojiiwwan milka’aan raawwachuu beeksiseera.…
Jilli Dooktar Injinar Geetaahun Makuriyaan durfamu godina Iluu Abbaa Booritti mana barumsaa daawwate
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)-Jilli Ministira Ministeera Barnootaa Dooktar Injinar Geetaahuun Makuuriyaan durfamu Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Haluutti, Mana Barumsaa Haluu Gammachiis…
Magaalaa Finfinneetti hojiin riqaalee fi qarqara daandiiwwanii miidhagsuu hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Magaalaa Finfinneetti hojiin riqaalee fi qarqara daandiiwwanii miidhagsuu hojjetamaa jiraachuun ibsameera.
Hojiin kun Ejensii Misoomaa fi Bulchiinsa…