Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kollejjiin Paardayizvaalii dameen Shaashamannee muummeewwan garaagaraatiin barattoota sadarkaa…
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Kollejjiin Paardayizvaalii dameen Shaashamannee muummeewwan garaagaraatiin barattoota sadarkaa (Level), digrii jalqabaa fi digrii 2ffaan barsiisaa ture…
Fiigichi guddichi Ityoophiyaa 2013 nagaan xumuramuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Fiigichi guddichi Ityoophiyaa 20ffaan nagaa xumuramuu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise.
Dorgommichi nagaa xumuramuusaaf jiraattoota…
Aadde Adaanach fiigichi guddaan Ityoophiyaa fiigichaa fi ispoortiirra dabree kan tokkummaa,…
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fiigichi guddaan Ityoophiyaa fiigichaa fi ispoortiirra dabree kan tokkummaa, milkaa’ina,…
Ityoophiyaatti dorgommiin fiigicha guddicha bara 2013 gaggeeffameera
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti dorgommiin fiigicha guddicha bara 2013 gaggeeffamuu ibsame.
Dorgoommicha ka’umsaasa Addabaabaayii Masqalaa kan taasisee yoo ta’u,…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 220 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 1,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 220 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 11 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Obbo Dammaqaan qindeessaa kilaastera garee paablik dippiloomaasii waliin mari’taan
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin qindeessaa garee kilastera paablik dippiloomaasii waliin mari'ataniiru.…
Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee ABUT 9 Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonnnni garee Juuntaa to’annoo jala oolan 9 Finfinnee ga'aniiru.
Guyyoota lamaan darban hundeessaa fi hogganaa adda…
Hidhaa fi Proojektii jallisii Kaaliid Diijoof boru dhagaan bu’uraa ni kaa’ama
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Godina Silxeetti Hidhaa fi Proojektii jallisii Kaaliid Diijoof boru dhagaan bu’uraa ni kaa’ama jedhame.
Birrii biiliyoona 1.2 kan ijaarramu…
Obbo Shimallis Abdiisaan duula hojii misooma sululaa godina Harargee Lixaatti jalqabsiisan
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan duula hojii misooma sululaa bara kanaa aanaalee godina Harargee Lixaa keessatti…
Mootummaan naannoo Oromiyaa sadarkaa ijaarsa manneen barnootaa proojektii ifa boruu gamaaggame
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa sadarkaa ijaarsa manneen barnootaa proojektii Ifa Boruun ijaaramaa gamaaggameera.
Baatii 3 dura mootummaan naannoo…