Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jaal Goollicha Dheengeen waamicha nageenyaa mootummaan dhiyyeesse fudhachuun har’a Finfinnee…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Ajajaa waraanaa Shanee Zonii kibbaa kan ture Jaal Goollicha Dheengeen waamicha nageenyaa mootummaan dhiyyeesse fudhachuudhaan har'a Finfinnee galaniiru.…
Haleellaan humnoonni ABUT magaalaa Qoobboo fi naannawaa isheetti namoota nagaarraatti raawwachaa…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Haleellaan humnoonni ABUT Godina Walloo magaalaa Qoobboo fi naannawaa isheetti lammiilee nagaarratti raawwachaa jiru daraan yaaddessaa ta'uu Komishiniin…
Afaan Kamiyyuu Afaan Federaalaa yoo ta’e Tokkummaa jabeessa malee Miidhaa inni geessisu hin…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Kitaabni obbo Taayyee Danda'aatiin barraa'e mata duree 'Faana seer-luuga Afaan Oromoo' jedhu guyyaa har'aa magaalaa Adaama Hoteela Karrayyuu Hiiliitti…
Meeshaaleen waraanaa seeraan ala daddabarfamaa ture to’atame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Meeshaaleen waraanaa seeraan ala Godina Lixa Goondarii gara magaalaa Goondar seenuuf socho'aa ture to'atamuu ibsameera.
Shugguxiin Turkii 82 fi…
Yuunvarsiitiin Arsii Ambaasaaddar Shifarraa Jaarsoof Dooktareetii kabajaa laate
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Arsii guyyaa har'aa wayita barattoota eebbisiisu Ambaasaaddar Shifarraa Jaarsoof Dooktareetii kabajaa laateera.
Yuunvarsiitiin Arsii…
Godina Jimmaatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Godinaa fi magaalaa Jimmaatti dargaggoota Raayyaa Ittisaatti makamaniif gaggeessaan taasiifame.
Istaadiyeemii magaalaa Jimmaatti gaggeessaa…
Yuunvarsiitii Ambootti Kaampaasiin Walisoo barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 935…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitii Ambootti Kaampaasiin Walisoo marsaa 10ffaaf barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 935 eebbisiiseera.
Sagantaa idilee fi barnoota…
Af -Yaa’iiwwan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa fi Federeeshiinii Miseensota…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Af -Yaa'iiwwan Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa fi Federeeshiinii Miseensota Koongiresii Ameerikaa Kaareen Baasiin durfamu waliin mari'ataniiru.
Af…
Preezdaant Joo Baayidan ajeja qoqqoobbii Ityoophiyaarratti dabarsan akka haqan gaafatame
Preezdaant Joo Baayidan ajeja qoqqoobbii Ityoophiyaarratti dabarsan akka haqan gaafatame
Finfinnee, Fulbaana 9,2014 (FBC)_ Ameerikaatti Manni Maree lammiilee Ityoophiyaa Preezdaantiin…
Godina Walloo Kibbaatti lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an kuma dhibbi 3 fi…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Naannoo Amaaraa Godina Walloo Kibbaatti lammiilee qe'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'an kuma dhibba 3 fi kuma 50 oliif deeggarsa dhiyaachaa jiraachuu…