Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Dhaabaa Dabaleen durfamu aanaa Gursuumitti hojii misooma sululaa eegalchiisan
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabalee durfamu godina Harargee Bahaa aanaa Gursum Araddaa Odaa Oromiyaatti hojii…
Manni Maree naannoo Gambeellaa yaa’ii ariifachiisa 5ffaa gaggeessa jira
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Manni Maree naannoo Gambeellaa yaa’ii ariifachiisa 5ffaa gaggeessa jira.
Af-yaa’iin Mana Maree Naannoo Gambeellaa obbo Juul Naangaal haasaawa…
Godina Silxeetti ijaarsa proojektii Hidha Jallisii Kaaliid Diijoof dhagaan bu’uraa kaa’ame
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Naannoo Kibbaa godina Silxeetti ijaarsa Proojektii Hidha Jallisii Kaaliid Diijoof dhagaan bu’uraa kaa’ameera.
Sirna dhagaa bu’uuraa kaa’uu kanarratti…
Kollejjiin Paardayizvaalii dameen Shaashamannee muummeewwan garaagaraatiin barattoota sadarkaa…
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Kollejjiin Paardayizvaalii dameen Shaashamannee muummeewwan garaagaraatiin barattoota sadarkaa (Level), digrii jalqabaa fi digrii 2ffaan barsiisaa ture…
Fiigichi guddichi Ityoophiyaa 2013 nagaan xumuramuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Fiigichi guddichi Ityoophiyaa 20ffaan nagaa xumuramuu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise.
Dorgommichi nagaa xumuramuusaaf jiraattoota…
Aadde Adaanach fiigichi guddaan Ityoophiyaa fiigichaa fi ispoortiirra dabree kan tokkummaa,…
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Itti aantuun Kantiibaa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee fiigichi guddaan Ityoophiyaa fiigichaa fi ispoortiirra dabree kan tokkummaa, milkaa’ina,…
Ityoophiyaatti dorgommiin fiigicha guddicha bara 2013 gaggeeffameera
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Ityoophiyaatti dorgommiin fiigicha guddicha bara 2013 gaggeeffamuu ibsame.
Dorgoommicha ka’umsaasa Addabaabaayii Masqalaa kan taasisee yoo ta’u,…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 220 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 1,2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 220 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 11 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Obbo Dammaqaan qindeessaa kilaastera garee paablik dippiloomaasii waliin mari’taan
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin qindeessaa garee kilastera paablik dippiloomaasii waliin mari'ataniiru.…
Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonni garee ABUT 9 Finfinnee galan
Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Sibahaat Naggaa dabalatee hoggantoonnnni garee Juuntaa to’annoo jala oolan 9 Finfinnee ga'aniiru.
Guyyoota lamaan darban hundeessaa fi hogganaa adda…