Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Addabaabaayiin maqaa Koomaandar Atileet Daraartuu Tulluutin moggafamee Dilbata dhufuu ni…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Addabaabaayiin maqaa Koomaandar Atileet Daraartuu Tulluutin moggafamee Dilbata dhufuu akka eebbisifamuu Federeeshinii atileetiksii magaalaa Finfinnee fi…
Gareen shororkeessaa ABUT lammiilee miiliyoona 1.9 ol rakkoo tajaajila fayyaaf saaxileera- Minsteera…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT lammiilee miiliyoona 1.9 ol rakkoo tajaajila fayyaaf saaxiluu Minsteerri Fayyaa beeksiseera.
Naannolee Amaaraa fi Affaaritti…
Torbee tokko keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 101.8tti tilamaamamuu to’annaa…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Torbee tokko keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 101.8tti tilamaamamuu to’annaa jala oluu Ministeerri Galiiwwannii beeksiseera.…
Yaa’iin damee seektara misooma magaalaa fi konistraakshinii gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Yaa’iin damee seektara misooma magaalaa fi konistraakshinii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiraachuu ibsame.
Yaa’icharratti hooggantoonni…
Liigiin dargaggoota Paartii Badhaadhinaa deeggarsa Birrii miiliyoona 19 taasise
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Liigiin dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Raayyaa Ittisaa fi lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii miiliyoona 19 taasisuu…
Daandiin qilleensichaa tajaajila balallii gara Naayijeeriyaa Inuuguutti taasisu dhaabee ture…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Daandiin qilleensa Ityoophiyaa tajaajila balalii gara Naayijeeriyaa Inuuguutti taasisu waggoota lama dura dhaabee irra deebiin balallii jalqabuuf akka…
Godinni Goojjam Bahaa barattoota kuma 10 bilisaan barsiisuufi jedhame
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Bulchiinsi godina Goojjam Bahaa barattoota garee Shorokeessaa ABUT’tiin barnootasaanii alaa ta’an kuma 10 bilisaan barsiisuuf murteesseera.
Godinichi…
Yuunvarsiitiin Jimmaa buqqaatota Wallootti argamaniif deeggarsa garaagaraa Birrii Miiliyoona 2.45tti…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Jimmaa lammiilee shira garee badii ABUT’iin buqqa’anii Wallootti argamaniif deeggarsa garaagaraa Birrii Miiliyoona 2. 45tti tilmaamamu…
Daandii kaffaltii Mojoo-Maqii- Baatuu hojii eegale
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Daandiin kaffaltii Mojoo-Maqii- Baatuu kiiloo meetira 92 guyyaa har’a eebbifamuun hojii eegaleera.
Daandiichi qaama daandii saffisaa Mojoo Hawaasaa…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni FBC raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9.6 ol …
Finfinnee, Fulbaana 10, 2014 (FBC)- Hoggantoonnii fi hojjettoonni Faanaa Broodkaastiing Koorporeet raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 9.6 ol taasisaaniru.
Hoji…