Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ajajni Lixaa garee shororkeessaa ABUT barbadeessuuf damee hundaan ga’umsa ga’aarra jira…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) -Ajajni Lixaa garee shororkeessaa ABUT barbadeessuuf damee hundaan ga'umsa ga'aarra jiraachuu Birgaadeer Jeneraal Sayid Tikkuyyeen ibsan.
Birgaadeer…
Sheer Kaampaaniin Priimayer Liigii Ityoophiyaa Birrii miiliyoona 8 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2014 (FBC) - Sheer Kaampaaniin Priimayer Liigii Ityoophiyaa kilaboota jala jiran 18 waliin ta'uun Birrii miiliyoona 8 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiiseera.
Sirna…
Aanaa Odaa Bultumitti barattoota harka qalleeyyii kuma 2 oliif deeggarsi meeshaalee barnootaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaa Aanaa Odaa Bultumitti Waldaan Misooma Oromiyaa fi hawaasni naannichaa waliin ta'uun barattoota harka qalleeyyii kuma 2 fi 50f…
Aadde Mufariyaat miseensonta Kongirensii Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 (FBC) - Ministirri Ministeera Nageenyaa Aadde Mufariyaat Kamiil miseensonta Kongirensii Ameerikaa Kaariin Baasiin durfamu waliin mari'ataniiru.
Aadde…
Injifannoon Siyaasaan arganne diinagdee fi beekumsaan akka deeggarruuf malee, akka injifannee…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Af Yaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo Injifannoon Siyaasaan arganne diinagdee fi beekumsaan akka deeggarruuf malee, akka injifannee teenyuuf miti…
Hoggantoonnii fi miseensonni poolisii magaalaa Finfinnee sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Hoggantoonnii fi miseensonni poolisii magaalaa Finfinnee sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhuurratti hirmaataniru.
Sochii kanaanis dhugaa…
Dargaggoota godinaalee Booraanaa fi Buunnoo Beddellee raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessan…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Dargaggoota godinaalee Booraanaa fi Buunnoo Beddellee raayyaa ittisa biyyaatti makamaniif gaggeessan taasifameera.
Dargaggoonni godina Buunnoo Beddelle…
Jilli Dooktar Girmaa Amanteen durfamu ijaarsa giddugala gabaa Awwadaayii fi hojii misooma beeyladaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Jilli Sadarkaa Itti aanaa Preezdaantiitti Qindeessaa Kilaastara Misooma Baadiyyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamu godina Hararge Bahaatti …
Yuunvarsiitiin Hawaasaa Artiist Addunyaa Duumoof Dooktireeti kabaja laate
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Yuunvarsiitiin Hawaasaa Artiist Addunyaa Duumoof Dooktireeti kabaja laateera.
Artiisichi sirboota 500 baasuurra darbe afaanoota garagaraa Afaan Oromoo,…
Jeneraal Birhaanuu Juulaa adda waraanaa Walloo Kibbaatti hoggantootaa fi raayyaa ittisa biyyaa…
Finfinnee, Fulbaana 8, 2014 ( FBC)- Eetaamaajooriin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaan adda waraanaa Walloo Kibbaatti argamuun hoggantootaa fi raayyaa ittisa biyyaa…