Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjetamaa jira- Piroofeesar Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan sadarkaa manneen barnootaa fooyyessuunii fi gahumsa barsiisotaa guddisuun qulqullina barnootaa mirkaneessuuf hojjechaa jiraachuu Ministirri…
Hojiin magaalaa Finfinnee jiraattotaaf mijattuu taasisuu cimee itti fufa- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Magaalaa Finfinnee bu’uuraalee misoomaa hir’atan guutuun hojiin jiraattotaaf mijjattuu taasisuu cimee kan itti fufu ta’uu Kantiibaan Bulchiinsa magaalaa…
Paarkii Bulbulaa misoomsuurratti hawaasni hirmaateera
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Hojiin misoomaa Paarkii Bulbulaa wayita hojjetamaa turetti hawaasni dammaqinaan hirmaachuu Bulchiinsi Kutaa Magaalaa Boolee ibse.
Hojii Raawwachiistuun…
Manni Maree magaalichaa baajata dabalataa Birrii biiliyoona 11 ol raggaasise
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee baajata dabalataa Birrii biiliyoona 11fi miiliyoona 500 fi miiliyoona 56 fi kuma 900 fi kuma 99 sagalee guutuun raggaasiseera.…
Milkaa’ina hojii misooma kooriidariif kaafamtoonni misoomaa tumsaniiru- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Ebla 22, 2017 (FMC)- Milkaa'ina hojii misooma kooriidaraafi deebisanii misoomsuuf kaafamtoonni misoomaa tumsa cimaa taasisuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen…
Masoob Tajaajilli Giddugala tokkoo yaadamoonni Badhaadhinaa hojiirra ooluu kan itti…
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Masoob Tajaajilli Giddugala tokkoo yaadamoonni Badhaadhinaa hojiirra ooluu kan itti muul'atan ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo Adam…
Naannoo Amaaraatti mariin uummataa gaggeeffame
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraa magaalota garaagaraatti mariin uummataa gaggeeffameera.
Hirmaattonni marichaaa nageenyaaf kan hojjetan ta’uu mirkaneessaniiru.…
Kitaabileen kumni 15 ol mana kitaabaa Abrihootiif gumaachaman
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa, Manni Hojii Odiitara Olaanaa Federaalaafi Aljeezraan Itiyoophiyaatti argamu mana kitaabaa Abrihootiif…
Itiyoophiyaa fi Chaayinaan uwwisa BRICS tumsa waloo cimsuuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaa fi Chaayinaan uwwisa BRICS hariiroo waloo qaban caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu ibsaniiru.
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar…
Dooktar Geediyoon Ministiroota Alaa Biraaziilii fi Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 21, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministiroota Alaa Biraaziilii fi Raashiyaa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.…