Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisa Biyyaa ergama isaa sirnaan bahaacha jira-Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaa
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2017(FMC)- Raayyaan Ittisa Biyyaa ergama isaa sirnaan bahaacha jira jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan.…
Buufataalee osoo boba’aan jiruu gatiin dabaluu mala jechuun dhoksanirratti tarkaanffiin ni…
Finfinnee, Waxabajjii 14,2017 (FMC) - Buufataalee osoo boba'aan jiru gatiin dabaluu mala jechuun hin jiru jedhan hordofuun Mootummaan tarkanffii ni fudhata jedhan Ministirri Ministeera…
Pirojektoonni uummataaf ijaaramanii uummataan kunuunfamu _BKO
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)_ Mootummaan barii jijjiiramaa irraa eegaluun rakkoowwan bulchiinsa gaarii gama ijaarsa pirojektootaan ture maksuuf baajata olaanaa ramadee pirojektoota…
Garaagarummaa yaadaa dhiphisuuf walitti dhiyaatanii mari’achuu barbaachisa – Ministeera…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017(FMC) - Garaagarummaa yaadaa dhiphisuuf walitti dhiyaatanii mari’achuu gaafata gaafata jedhe Ministeera Nageeyaa.
Ministeerichi hoggantoota damee Nageenyaafi…
Dooktar Abiy Ahimad Ogeeyyii Fayyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ogeeyyii Fayyaa waliin mari'atan.
Dooktar Abiy Ahimad, marii tibbana kutaalee hawaasaa garagaraa waliin…
Poolisiin humna yakka ga’umsaan ittisuun ergama isaa ba’chuu isa dandeessisu horateera- Pirezidaanti…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017(FMC) - Poolisiin Itiyoophiyaa humna namaa fi tekinooloojii ammayyaa ergama yakka ittisuun nageenya waaraa uummataa fi biyyaa eegsisuu ga’umsaan ba’achuuf isa…
Imala Qaama miidhamtummaan hin daangeessine
Finfinnee,Waxabajjii 14, 2017 (FMC)_ Qaama Midhamtummaan na mudate abdii Murannoo osoo hintaane Cimina na horachiise jedhe Barataan Yuunivarsiiti Jimmaarra eebbifame.
Jiraataan Magaalaa…
Faalama naannawaa ittisuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Faalama naannawaa ittisuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba jedhan Daayiektarri Olaantuun Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Injiinar Leelisee Nameen.…
Oromiyaatti Sagantaan eegalchiisa Tajaajila Lammummaa gaggeeffame
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Sagantaan eegalchiisa hojii Tajaajila lammummaa Naannoo Oromiyaa Bulchiinsa Magaalaa Baatuutti eegaleera.
Mootummaan waggoottan jijjiiramaa keessatti…
Boordichi Abbootii qabeenyaa Kaappitaala Birrii biiliyoona 88 ol galmeessaniif lafa Invastimanti…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2017 (FMC)- Boordiin Invastimantii Oromiyaa Abbootii qabeenyaa kuma 3 fi 781 ol ta'an Kaappitaala Birrii biiliyoona 88 ol galmeessisaniif lafa Invastimantii…