Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kutaa bulchiinsa Booleetti shakkoomtoonni maallaqa sobaa miiliyoona 2 ol maxxansaa turan too’ataman
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa bulchiinsa Booleetti namoonni nootti maallaqa Sobaa miiliyoona 2 ol maxxansaa turan eeruun ummataan too’atamuu ibsame.…
Dararaa lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiraan irra ga’u dhaabsisuuf tumsa hawaasa idila…
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) -Dararaa lammiilee Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaa jiraan irra ga’u dhaabsisuuf Ityoophiyaan hawaasa idila addunyaa waliin kan hojettu ta’uun Ministeerri…
Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 37 caaluu ibsame
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Addunyaarratti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii miiliyoona 37 caaluu ibsame.
Erga weerarri vaayrasii koroonaa muul’ate hanga…
Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaas ta’ee Afrikaatti balaa muudatu ittisuuf deeggarsa kan taasisu…
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaas ta'ee Afrikaatti balaa muudatu ittisuuf deeggarsa Faayinsaansii fi teeknikaa kan taasisu ta'uu Komishinarri…
Ijaarsi daandii Aspaaltii Adeelee – Giraawaa Kiiloo Meetirri 53 har’a eegalame
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) –Proojaktiin Ijaarsa daandii Aspaaltii Adeelee – Giraawaa baajata birrii biiliyoona 1.4niin ijaarramu Kiiloo Meetirri 53 har’a ifatti eegalamuu Abbaan…
Daawwannaan muuxannoo waljijjiirraa hojii misooma qonnaa Godinaalee Oromiyaa 20 keessatti…
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Daawwannaan muuxannoo waljijjiirraa hojii misooma qonnaa godinaalee Oromiyaa 20 keessatti guyyoota lamaaf gaggeeffamu eegaluu Biiroon Qonnaa fi…
Jilli obbo Shimallis Abdiisaan durfamu magaalaa Awwadaay gale
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisan durfamu magaalaa Awwadaay ga’e.
Jilli kun ijaarsa Giddugala gabaa…
Dhaabbanni Misoomaa Kaatoolikii Maqii namoota balaa lolaan miidhaman deeggare
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Misoomaa Kaatoolikii Maqii namoota balaa lolaan miidhamanii fi harka qalleeyyii kuma 1 fi 500 ta’aniif deeggarsa taasise.
…
Ityoophiyaa fi Sudaan nageenya naannoo daangaa jiru mirkaneessuuf waliin kan hojjetan ta’uu ibsame
Finifnnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Sudaan nageenya naannoo daangaa jiru mirkaneessuuf waliin kan hojjetan ta’uu hongantoonni waraanaa olaanoon biyyoota lamaanii ibsan.…
Harariitti daandii aspaaltii Birrii miiliyoona 78’n ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame
Finfinnee, Fulbaana 30, 2013 (FBC)- Naannoo Harariitti daandii aspaaltii Birrii miiliyoona 78’n ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ameera.
Daandiin proojaktiicha ulaa Eraar Hararii hanga Eraar…