Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Juuntaan dirqamaan kan hiriirsee humnoonni badii karaa naannoo Affaarii fi Amaaraatin harka laachaa…
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Juuntaan ABUT dirqamaan kan hiriirsee humnoonni badii karaa naannoo Affaarii fi Amaaraatin addarraa baduun harka laachaa jiru.
Gareen ABUT…
Paartiileen morkattoota shan ABUTtiin barbadeessuuf qophii ta’uu ibsan
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Paartiileen morkattoota shan ABUTtiin barbadeessuuf qophii ta’uu ibsaniiru.
Garee Shororkeessaa ABUTtiin barbadeessuuf qophii kan ta’an paartii…
Yaa’iin idilee waliigalaa 13ffaa Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )- Yaa'iin idilee waliigalaa 13ffaa Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira .
Bakka Buutonni Dhaabbilee amantaa naannolee fi…
Ajjeechaa artiisti Haacaaluu Hundeessaan kan himatamee Xilaahuun Yaamii hidha umrii guutuun adabame
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Ajjeechaa artiisti Haacaaluu hundeessaan kan himatamee Xilaahuun Yaamii hidha umrii guutuun adabameeraa.
Murtichi kan laatamee Mana Murtii…
Dhiibbaan gama Lixa Tigraayiin ulaan daddabarsaa haa banamu jedhu fudhatama hin qabu- Komiishinar…
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC )-Dhiibbaan gama Lixa Tigraayiin Ulaan daddabarsaa haa banamu jedhu fudhatama hin qabu jechuun Komiishnarri komiishiinii Qajeelcha hojii sodaa balaa…
Manni Marichaa fi dhaabbilee itti waamamoo waliin naannoo Harariitti sagantaa ashaaraa magariisaa…
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa FDRI fi dhaabbileen mana marichaan wamaaman naannoo Harariitti sagantaa Ashaaraa magaarisaa gaggeessuu fi…
Ambaasaaddar Dammituu Hambiisaan preezdaantii koree nageenyaa paarlaamaa Rippabilikii Xaaliyaan…
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Xaaliyaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Dammituu Hambiisaan preezdaantii koree nageenyaa paarlaamaa Rippabilikii Xaaliyaan Adoolfoo Urisoo waliin haala…
Ambaasaaddar Leencoon hogganaa olaanaa dhaabbata invastimantii qonnaa fi qabeenya beelladaa…
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Saa’ud Arabiyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa hogganaa olaanaa dhaabbata invastimantii qonnaa fi qabeenya beelladaa Saa’udii Suleeyimaan Abdulrahimaan…
Dooktar Muluu Naggaa fi hoggantoonni yuunvaarsiitiiwwan 25 irraa walitti babba’aan sagantaa ashaaraa…
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)- Ministir Deettaan Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Dooktar Muluu Naggaa akkasumas hoggantoonni yuunvarsitiiwwan 25 irraa walitti…
Godina Booranaatti kan argamu Bosonni Baddaa Obdaa mancaa’aa jiraachuun himame
Finfinnee, Adooleessa 27, 2013 (FBC)-Godina Booranaatti kan argamu Bosonni Baddaa Obdaa mancaa'aa jiraachuun himameera.
Bosona Baddaa Obdaa yeroo ammaa kana ijaarsaa garaa…