Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin abbootii seeraa naannoo Oromiyaa marsaa 3ffaa magaalaa Adaamatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Yaa'iin abbootii seeraa naannoo Oromiyaa marsaa 3ffaa magaalaa Adaamatti gaggeeffamaa jira.
Yaa'iichi mata dure ‘ qulqulliina tajaajila abbaa…
Dhiyeessitoonni Prooppogaandaan ABUT fakkiiwwan sobaa fayyadamuun duula sobaa ‘haleellaa Humaraa’…
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Dhiyeessitoonni Prooppogaandaan ABUT fakkiiwwan sobaa suraawwan qindeessee fayyadamuun duula sobaa ‘haleellaa Humaraa’ irraa deebiin kakaasuurratti…
Komishiniin poolisii naannoo Kibbaa uffannaa seeraa humna addaa poolisii jijjiirrufi
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Komishiniin poolisii naannoo Kibbaa uffannaa seeraa humna addaa poolisii jijjiirruf ta’uu ibsameera.
Koomishinichi uffaannicha guyyaa har’arraa…
Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 73 olitti tilmaamaman to’annaa jala olaan
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Baatii Adooleessaa 16 hanga 22, 2013tti Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 73 olitti tilmaamaman to’annaa jala oluu Ministeerri Galiiwwanii…
Sagantaa Ashaaraa magariisatin biqiltuuwwan biiliyoonni 5.2 dhaabbateera-Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa magariisaatin biqiltuuwwan biiliyoona 6 dhaabuuf karoorfameen biqiltuun biiliyoonni 5.2 dhaabbachuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.…
Manni maree naannoo Kibbaa yaa’isaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata naannoo Saba fi Sablammoota Kibbaa yaa’ii idile fi waliigala 13ffaa bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaa gaggeessaa jira.…
Dooktar Abiy Ahimad preezdaantiin Turkii Reesiip Xaayiip Erdoogaan waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 26, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Preezdaantii Tarkii Reesiip Xaayip Erdoogaan waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Hariiroo Ityoophiyaa fi…
Namoonni ragaa sobaa dhiyeessuun Sibiiloota to’annoo Poolisii jala ture gadhiisiisuuf…
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC) – shakkamtoonni ragaa sobaa dhiyeessuun kuufama Sibiiloota to'annoo Poolisii jala ture gadhisiisuuf socho'aa turan to'atamuu Komishiniin Poolisii…
Daandii Qilleensichaa ilaalchisee odeeffannoowwan miidiyaalee hawaasaarratti tamsa’aan sobaa jedhame
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Daandii Qilleensichaa ilaalchisee odeeffannoowwan miidiyaalee hawaasaarratti tamsa’aan sobaa ta’uu Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa beeksiseera.…
Dubartoonni godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaa raayyaa ittisa biyyaaf galaa qopheessaa jiru
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Dubartoonni godina Jimmaa Aanaa Saqqaa Coqorsaa raayyaa ittisa biyyaaf galaa qopheessaa jiru.
Sirnicharratti itti gaafatamtuun waajjira Daa’immanii…