Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Af-yaa’ii fi hoggantooni mana maree bakka bu’oota ummaataa qophii filannoo boordiin filannoo…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Af-yaa’ii fi hoggantooni mana maree bakka bu’oota ummaataa qophii filannoo boordiin filannoo biyyaalessaa taasisaa jiru daawwatan.
Af-yaa’ii mana maree…
Ityoophiyaa fi Kuwaatar siivil aviiyeeshinii fi dameewwan biroo cimsuu irratti mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC)- Ityoophiyaa fi Kuwaatar siivil aviiyeeshinii fi dameewwan biroo cimsuu irratti mari’atan.
Ministirri Geejjibaa aadde Daagimaawit Mogas Ministira…
obbo Shimallis Abdiisaan Gumbii Bordoddeetti proojaktii misooma hidha laga jallisii Gololchaa hojii…
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Gumbii Bordoddeetti proojaktii misooma hidha laga jallisii Gololchaa hojii…
Obbo Gadduun bakka bu’aa olaanaa Komishinii gamtaa Awrooppaa Jooseep Booraliin waliin mari’atan
Finfinnee,Fulbaana 29, 2013 (FBC) -Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw bakka bu’aa olaanaa Komishinii gamtaa Awrooppaa fi itti aanaa preezdaantii Komishinichaa…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 902 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Fulbaana 29, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannaa sa'aa 24 kaleessa darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 902 vaayrasii koroonaatin qabamuun ibsame.
Qorannaan laabraatoorii…
Obbo Lidatuu Ayyaalaw irratti himatni biroo dhiyaate
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Obbo Lidatuu Ayyaalaw irratti himatni biroo dhiyaate.
Obbo Lidatuu Ayyaalaw irratti himatni biroo sanada mootummaa cee’umsaa hundeessu qopheessuu jedhu…
Kaabineen Bulchiinsa Magalaa Finfinnee awutobisoonni 560 kiraayiin gara bobbiitti akka galan…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Kaabineen Bulchiinsa Magalaa Finfinnee awutobisoonni 560 kiraayiin gara bobbiitti akka galan murteesse.
Rakkoo geejjibaa furuuf awutobisoonni 560…
Waltajjiin Marii Iniisheetiivii hunda galeessaa sadarkaa biyyaalessatti hundaa’e
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Waltajjiin Marii Iniisheetiivii hunda galeessaa sadarkaa biyyaalessatti hundaa’e.
Hundeeffamuun waltajjichaa dhimmoota biyyaaleessarratti…
Oromiyaatti namoota dabalataa 153 irratti vaayrasii koroonaa argame
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 153 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.
Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo…
Somaalee; godina Doollootti maddi anniisaa aduu tajaajila laachuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) – Naannnoo Somaaleetti maddi anniisaa aduu kiilo waatii 325 tajaajila laachuu eegale.
Maddi anniisichaa godina Doolloo ganda Qorillee…