Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Hararii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 14 ol taasise
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Naannoo Hararii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 14 ol taasiseera.
Saganticharratti preezdaantiin naannoo Hararii obbo Ordiin…
Manni Maree naannoo Kibbaa yaa’isaaa boruurra eegalee ni gaggeessa
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)-Manni Maree Bakka Bu’oota Uummata naannoo Saba fi Sablammoota Kibbaa yaa’ii idile fi waliigala 13ffaa bara hojii 6ffaa marsaa 5ffaa guyyaa boruu ni…
Dargaggoota magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyatti makamaniif gaggeessaan taasifame
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Dargaggoota magaalaa Dirree Dawaa raayyaa ittisa biyyatti makamaniif gaggeessaan taasifameera.
Dargaggoota magaalaa Dirree Dawaa hojii biyya diiguu…
Yuunvarsiitiin Riift Vaalii Kaampasii Ciroo barattoota kuma 2 fi 268 eebbisiise
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Riift Vaalii Kaampasii Ciroo barattoota muummee garagaraatin barsiisaa ture kuma 2 fi 268 eebbisiiseera.
Godina Harargee Lixaatti kan…
Qonnaan bultootaaf biqiltuuwwan buna miiliyoonni 5 laatame
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Waldaan dhuunfa itti gaafatamuummaan isaa murta’ee Qiriicaanshee Tireeding biqiltuuwwan buna miiliyoona 5 qonnaan bultootaaf dabarseera.
Biqiltuuwwan…
Yuunvarsiitiin Walloo Kampaasii Instityuutii Teeknooloojii Kombolchaa barattoota kuma 2 ol…
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Yuunvarsiitiin Walloo Kampaasii Instityuutii Teeknooloojii Kombolchaa barattoota muummee garagaraatin barsiisaa ture kuma 2 fi 732 eebbisiiseera.…
Ijaarsa hidha haaromsaa guddicha Ityoophiyaaf guyyaa tokkootti deeggarsi doolaraa Ameerikaa kumni…
Finfinnee, Adooleessa 25, 2013 (FBC)- Ijaarsa hidha haaromsaa guddicha Ityoophiyaaf guyyaa tokkootti deeggarsi doolaraa Ameerikaa kumni 100 walitti qabameera.
Ameerikaatti Ambaasaddarri…
Naannoo Somaaleetti sagantaan aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 2.5 dhaabuu gaggeeffame
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Naannoo Somaaleetti sagantaan aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 2.5 dhaabuu magaalaa Jigjigaatti gaggeeffameera.
Sagantaa kanarraatti Ministir…
Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 15f sadarkaa Proofeesarummaa guutuu laate
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) –Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota 15f sadarkaa Proofeesarummaa guutuu laateera.
Boordiin hoggansaa Yuunvarsiitii Finfinnee ragaa proofeesarummaa…
Lammiileen Ityoophiyaa Keeniyaatti manneen hidhaa garaagaraa keessa turan gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) –Lammiileen Ityoophiyaa Keeniyaatti manneen hidhaa garaagaraa keessa turan 60 gara biyyaa deebi'uu isaanii ibsame.
Naayiroobiitti Imbaasiin…