Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitiin Goondar barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 6 fi 574 eebbisiisaa jira
Finfinnee, Adooleessa 24, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Goondar barattoota ogummaa garaagaraan digirii 2ffaa fi 3ffaan barsiisaa ture kuma 6 fi 574 eebbisiisaa jira.…
Obbo Dammaqaa Mokoonniin Maartiin Giraaftiis waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makoonniin Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti itti aanaan barreessaa…
Preezdaantiin Saahilawarq qabxii Olompiikii Tookiyoorratti argameef erga baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Olompikii Tookiyoo irratti Ityoophiyaan warqee isa jalqabaa fiigicha meetira 10,000 Salamoon Baaraggaan argameen…
Komaandar Atleet Daraartuu Tulluun erga baga gammadanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Federeeshinii Atleetiksii Ityoophiyaa Komaandar Atleet Daraartuu Tulluun olompikii Tookiyoo irratti Ityoophiyaan warqee isa jalqabaa…
Dooktar Abiy Ahimad erga baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad olompikii Tookiyoo irratti Ityoophiyaan warqee isa jalqabaa fiigicha meetira 10,000 tiin Salamoon…
Preezdaant Saahilawarq Maartiin Giraaftiis waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti itti aanaan barreessaa dhimmoota namoomaa fi qindeessaa deeggarsa yeroo…
Gabaasni Faayinashiyaal Taaymiis dhimma naannoo Tigraay ilaalchisee baasee dhugaa jiru giddugaleessa…
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Gabaasni Faayinashiyaal Taaymiis dhimma naannoo Tigraay ilaalchisee baasee dhugaa jiru giddugaleessa kan godhate miti.
Gabaasni barruun…
Dargaggoota naannoo Sidaamaa Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifamaa jira
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Dargaggoota naannoo Sidaamaa Raayyaa Ittisa Biyyaatti makamaniif gaggeessaan taasifamaa jira.
Raayyaa ittisa biyyaatti makamuun daangaa biyyaatti…
Bulchiinsi magaalichaa bara baajataa xumurametti sagantaa nyaataan barattoota kuma dhibba 6…
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Finfinnee bara baajataa xumurametti sagantaa nyaataan barattootaan Birri biiliyoona 1.2 ramaduun barattoota kuma dhibba 6…
Dooktar Iyoob Tolinaa hoji raawwachiisa olaanaa Saafaarikoom Ityoophiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adooleessa 23, 2013 (FBC)- Ministir Deettaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyoob Tolinaa hoji raawwachiisa olaanaa Saafaarikoom Ityoophiyaa Anwaar Koosaa waliin mari’atan.…