Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaan Yaa’ii 5ffaa P4G bara 2027 qopheessuutti kabajatu itti dhaga’ama –Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii 5ffaa P4G bara 2027 qopheessuutti kabajatu itti dhaga'ama jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Yaa'iin Hanooy…
Naannoo Tigraayitti adda cite kan ture leenjiin haaromsaa hidhattoota duraanii irra deebiin eegale
Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)-Naannoo Tigraayitti adda cite kan ture leenjiin haaromsaafi deebisanii dhaabuu hidhattoota duraanii irra deebiin eegale.
Taajjabdoonniifi bakka buutonni…
Itiyoophiyaafi Keeniyaan waliigaltee hariiroo daldalaa isaanii guddisuu dandeessisu mallatteessan
Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaafi Keeniyaan waliigaltee hariiroo daldalaa isaanii guddisuu dandeessisu waliif mallatteessaniiru.
Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti…
Magaalichatti hanga Kurmaana 3ffaatti galiin Birrii biiliyoona 17ol walitti qabamuun ibsame
Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Bulchiinsa Magaalaa Shaggaritti hanga kurmaana 3ffaa bara 2017tti galiin Birrii biiliyoona 17 fi miiliyoona 800 walitti qabamuun ibsame.
Gabaasni raawwii…
Kutaa magaalaa Galaan Guddaatti giddugalli gabaa hirmaannaa uummataan Birrii miiliyoona 79 oliin…
Finfinnee, Ebla 9, 2017(FMC)- Buchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Galaan Guddaatti giddugallii gabaa ammayyaa hirmaannaa uummataa Birrii miliyoona 79 fi kuma 200 oliin ijaarame…
Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa labsiiwwan garaagaraa raggaasise
Finfinnee, Ebla 9, 2017(FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa Walga’ii idilee 25ffaa bara hojii 4ffaa gaggeesseen labsiiwwan garaagaraa raggaasiseera.
Manni marichaa wixinee labsii…
Baatiwwan 9’n darban hojiileen faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisan hojjetamaniiru-MDhA
Finfinnee, Ebla 9, 2017(FMC)- Baatiwwan saglan darban hojiileen bu’aa qabeessi faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa kabachiisan hojjetamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiseera.
Dubbii…
Damichi guddina dinagdee keessatti qooda guddaa taphateera – Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Ebla 9,2017(FMC)- Guddina dinagdee akka biyyaatti galmaa’e keessatti dameen Geejibaa fi Loojistiksii ga’ee dandeessisummaa isaa sirriitti akka ba’ate Ministirri Ministeera…
Hawaasni maallaqa sobaan akka hin gowwoomfamne of eeggannoo gochuu qaba jedhame
Finfinnee, Ebla 9, 2017 (FMC)- Wayita biittaafi gurgurtaa raawwatu hawaasni maallaqa sobaan akka hin gowwoomfamne of eeggannoo gochuu akka qabu Poolisiin Magaalaa Finfinnee hubachiise.…
Misoomni koriidarii naannichatti geggeeffamu misoomni haqaan lammiilee akka walga’uuf gargaara…
Finfinnee, ebla 9,2017(FMC)- Misoomni koriidarii magaalotaa Naannoo Oromiyaatti geggeeffamaa jiru misoomni haqaan uummata akka walga’u carraa kan uume ta’uu Biiroon Misooma Magaalaa fi…