Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroota marsaa 5ffaan boru eegala
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Dorgommiin moo’aa moo’attootaa Faanaa Laamroota marsaa 5ffaan boru Waxabajjii 7, 2017 eegala.
Dorgomtoonni dorgommii boqonnaa 17, 18 fi 19ffaa…
Abbaan Taayitaa Naannoo Sidaamaa galii Birrii biiliyoona 12 ol walitti qabe
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Abbaan Taayitaa Naannoo Sidaamaa galii Birrii biiliyoona 12 fi miiliyoona 400 walitti qabe.
Naannichatti mata duree “ Kaffalaan Gibiraa Amanamaan…
Manneen jireenyaa qulqullinaa fi saffisaan ijaaramanii akka xumuraman xiyyeeffannoo addaan…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Manneen jireenyaa qulqullinaa fi saffisaan ijaaramanii akka xumuraman xiyyeeffannoo addaan hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan…
Lammii dorgomaa ta’uuf qormaata osoo hin hatiin hojjedhaa- Piroofeesar Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Barnootaa Piroofeesar Birhaanuu Naggaan Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Godina Kambaataa Mana Barumsaa Sadarkaa 2ffaa…
Misoomni kooriidarii Magaalaa Bishooftuu sadarkaa jajjabeessaarra jira- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Misoomni kooriidarii Magaalaa Bishooftuu sadarkaa jajjabeessaarra jira jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen.
Aadde Adaanech…
Balaa Tiraafikaa dogoggora konkolaachisaan dhufu ittisuuf hojjetamuu qaba
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Balaa Tiraafikaa sababa dogoggora konkolaachistootaan dhufu ittisuuf hundu ga’ee isaa ba’uu qaba jedhame.
Qabeenya mancaasuu, qaama hir’isuu fi…
Dooktar Abiy Ahimad barsiisota bakka bu’oota waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad barsiisota bakka bu’oota guutuu biyyattiirraa walitti babba’an waliin guyyaa har’aa mari’ataniiru.…
Saaxilamummaa lolaa hir’isuuf hojjechaan jira – Bulchiinsa Magaalaa Asallaa
Finfinnee, Waxabajjii 05, 2017 (FMC) - Bulchiinsi magaalaa Asallaa gandoonni aanaa Xiyyoo naannawa magaalattii jiran lolaan akka hinmiidhamneef hojjechaan jira jedhe.
Jiraartonni gandoota…
Seenessa waloo cimsuuf ijaarsa eenyummaa waloorratti xiyyeeffannoon hojjechuun barbaachisaadha-…
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) –Ogeeyyiin miidiyaafi kominikeeshinii seenessa waloo cimsuuf xiyyeeffannoon hojjechuutu irraa eegama jedhan Itti gaafataman Damee Hariiroo Uummataafi…
Inistiityuutichi qorannoolee adda adda gaggeessuun kitaabilee 31ta’an maxxansiise
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2017 (FMC) – Inistiityuutiin Qorannoofi Qo'annoo Oromoo qorannoolee adda adda gaggeessuun kitaabilee 31ta'an maxxansiiseera jedhe.
Inistiityuutiin Qorannoofi…