Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yeroon aara galfii idaa Doolaara biiliyoona 3 fi miiliyoona 500 waliigalameera- Obbo Ahimad Shidee
Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC)- Marii koree liqeessitootaa waliin gaggeeffamaa tureen waliigalteen yeroo aara galfii idaa Doolaara biiliyoona 3 fi miiliyoona 500 waliigalamuu Ministirri…
Itiyoophiyaan baatiiwwan 9 darban tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisteetti-…
Finfinnee, Ebla 5, 2017(FMC)- Itiyoophiyaan baatiiwwan 9 darban damee tuurizimii konfiransiin bu’aa olaanaa galmeessisuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ibsan.…
Itiyoophiyaan damee loojistiksiin hojiilee filatamtuu ishee taasisan hojjechaa jirti jedhame
Finfinnee, Ebla 5, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan damee loojistiksiin hojiilee filatamtuu ishee taasisan hojjechaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii ibse.
Waggoottan jahan darban…
Raawwiin galmaa’e karoorri guddina diinagdee % 8.4 galmeessuuf qabame milkaa’uu akka…
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Raawwiin baatiwwan salgan darban dameewwan diinagdee gooroon galmaa'e karoorri guddina diinagdee % 8.4 galmeessuuf qabame milkaa'uu akka danda'u agarsiiftuu…
Reeshoon Liqaan Alaa GDP waliin qabu gara % 13.7tti gadi bu’uu ibsame
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Fooyyessi Imaammata Sharafa alaa hojiirra ooluun sharafni alaa galu akka dabalu taasisuun kuufamni sharafa alaa akka guddatu dandeessisuu ibsameera.…
Ministirri Alaa Aljeeriyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Aljeeriyaa Ahimad Attaaf Finfinnee galaniiru.
Ministirichi walga'ii Komishinii Waloo Ministirootaa Itiyoophiyaa fi…
Pireezidaantoonni Giiftiiwwan Duree Afrikaa Yaadannoo Inijifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Pireezidaantii fi Pireezidaantii Itti Aantuun Giiftiiwwan duree Afrikaa Yaadannoo Inijifannoo Adwaa daawwataniiru.
Pireezidaantiin Giiftiiwwan duree…
Dhamaatii fi carraaqiin baatiwwan salgan darbanii bu’aa galmeessera – Dooktar Abiy…
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Dhamaatii fi carraaqiin baatiwwan salgan darbanii bu'aa galmeessuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Bu'aa argameen osoo of hin dagatin…
Komishinichi Ajandaa Naannoo Amaaraa fudhate
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa Ajandaa Naannoo Amaaraa fudhateera.
Waltajjiin marii ajandaa walitti qabuu Naannoo Amaaraa Magaalaa Baahir Daaritti…
Barruuleen Daa’immanii ‘ Naa’otaa ‘ jedhamu eebbifame
Finfinnee, Ebla 4, 2017 (FMC) – Barruulee daa'immanii 'Naa'otaa' jedhamu Dhaabbata Pireesii Itiyoophiyaatiin qophaa'e Magaalaa Adaamaatti eebbifameera.
Barruulen kunneen Bakka…