Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gamaaggamni raawwii hojii Diinagdee Gooroo guyyoota 100 eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gamaaggamni raawwii hojii Diinagdee Gooroo bara 2018 kan guyyoota 100 eegalamuu ibsan.
Piroojektii…
Godinichatti hojiin kenna tajaajila lammummaa Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu hojjetame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Godina Baalee Bahaatti hojiin kenna tajaajila lammummaa Birrii miiliyoona 900 olitti tilmaamamu hojjetame jedhe godinichi.…
Yaa’iin Qulqulluu Siinoodoosii eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Manni Amantaa Kiristaanaa Ortodoksii Waloomaa Itiyoophiyaa har’a Yaa’ii Qulqulluu Siinoodoosii gaggeessuu eegaleera.
Paatiriyaarikiin mana…
Imala Itiyoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taasisuuf eegalame waloon galmaan gahuun barbaachisaadha-…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)-Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoon imala Itiyoophiyaa fakkeenya badhaadhinaa taasisuuf eegalame waloon galmaan gahuun…
Obbo Ahimad Shiideen gitasaanii Israa’el waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen gitasaanii Israa’el Beezaaleel Simootiriichi waliin haala tumsa diinagdee biyyoota lameenii…
Tajaajilli tola ooltummaa dhiibbaa jireenyaa lammiilee harka qalleeyyii salphiseera- Kantiibaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Tajaajila tola ooltummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee harka qalleeyyii salphisuun danda’ameera jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech…
Obbo Ahimad Shiideen Daayrektara Olaanaa Fandii Misoomaa Abuudaabii waliin mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Daayrektara Olaanaa Fandii Misoomaa Abuudaabii Mahaammad Saayif Alsuwaayidii waliin…
Obbo Ahimad Shiideen Barreessituu Olaantuu Giddugala Furmaata Waldhabdee Invastimantii Idil-addunyaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen Barreessituu Olaantuu Giddugala Furmaata Waldhabdee Invastimantii Idil-addunyaa Maartiinaa…
Itiyoophiyaafi Amerikaan tumsa diinagdee isaanii cimsuuf mari’atan
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen hoggantoota olaanoo Ministeera Maallaqaa Ameerikaa waliin haala tumsa diinagdee biyyoota…
Sagantaan ijaarsa maddisiisa humna niwukilaraa hariiroo Itiyoo- Raashiyaa gara boqonnaa haaraatti…
Finfinnee, Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Itiyoophiyaatti maddisiisa humna niwukilaraa ijaaruuf waliigalteen Dhaabbata Giisii…