Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Taayyeen Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Dura Taa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yusuuf waliin mari'ataniiru.
Nagaa fi tasgabbii waaraa…
Hoggantootaa fi Ogeeyyii beekumsa gahaa qaban horachuuf hojiin jajjabeessaan hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Hoggantootaa fi Ogeeyyii beekumsa gahaa qaban horachuuf hojiin jajjabeessaan hojjetamaa jira jedhan Itti Gaafatamaan Damee Hariiroo Ummataa fi Idil Addunyaa…
Naannoon Amaaraa Konfiraansii nageenyaa itti aanuu akka qopheessu filatame
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Naannoon Amaaraa Konfiraansii Nageenyaa bara dhufuu akka qopheessu filatameera.
Konfiraansiin Nageenyaa guyyoottan lamaaf Naannoo Oromiyaa magaalaa…
Jilli loltummaa Naayijeeriyaa hojiilee Riifoormii Poolisii Federaalaa daawwatan
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Jilli Miseensoota garee giddugala qabeenyaa loltummaa Naayijeeriyaa hojiilee riiformii Poolisii Federaalaa daawwateera.
Daawwannaa isaaniin,…
Leenjiin Hoggantootaa fi Ogeeyyii Kominikeeshiniif kennamu Finfinneetti eegale
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Leenjiin Paartii Badhaadhinaatti Dameen Hariiroo Uummataa fi Idil Addunyaa Hoggantootaa fi Ogeeyyii kominikeeshiniiniif qopheesse Magaalaa…
Dhaabbileen amantaalee nageenya Itiyoophiyaa waareessuu keessatti gahee olaanaa qabu jedhame
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Dhaabbileen amantaalee nageenya Itiyoophiyaa waareessuu keessatti gahee olaanaa qabu jedhan Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa Dooktar Keyiraddiin…
Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Neezerlaand waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 1 , 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Neezerlaand Kiristiin Pireen waliin mari’ataniiru.…
Kaabineen magaalichaa ajandaalee adda addaarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee walga'ii idilee 9ffaa waggaa 4ffaa gaggeesseen ajandaalee adda addaarratti mari'achuun murtoo dabarseera.…
Ce’umsi aangoo bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay karaa nagaan raawwatame ijaarsa nageenyaaf…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Ce'umsi aangoo bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay karaa nagaan raawwatame ijaarsa nageenyaaf gumaacha olaanaa qabaachuu Barreessaa Olaanaan Dhaabbata…
Ummanni naannoo Tigraay fayyadamoo misoomaa akka ta’u Mootummaan Federaalaa tumsa taasisu…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Tigraayitti nageenyii fi tasgabbiin waaromee ummanni naannichaa fayyadamoo misoomaa akka ta'u Mootummaan Federaalaa tumsa taasisu cimsee kan itti fufu…