Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Maaynamaarritti haala rakkisaa keessa turan 700 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017(FMC) – Hanga ammaatti lammiileen Itiyoophiyaa Maaynamaarritti haala rakkisaa keessa turan 700 gara biyyaa deebi’aniiru jedhe Ministeerri Dhimma Alaa.
Dubbi…
Magaalaa ammayyaa diinagdee bu’uura godhachuun hundaa’aa jiru Magaalaa Gadaa
Finfinnee, Caamsaa 21, 2017 (FMC) – Ijaarsi Zoonii Diinagdee Addaa Gadaa boqonnaan jalqabaa yeroo ammaa karaa guutuu ta’een eegalameera.
Zooniin Diinagdaa Addaa Gadaa magaalaa…
Waajjirri Giiftii Duree deeggarsa wiilcharii taasise
Finfinnee, Caamsaa 20 , 2017 (FMC)- Waajjirri Giiftii Duree magaalaa Finfinneetti kutaalee hawaasaa rakkoof saaxilmaniif deeggarsa wiilcharii 46 taasise.
Waajjirichi daa’imannii fi…
Godinichatti dhaabbiin Biqiltuu baala shaayii eegale
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC)- Godina Iluu Abbaa Booritti dhaabbiin biqiltuu baala Shaayii eegaleera.
Godinichatti biqiltuun baala shaayii miiliyoonni 40 ol dhaabbiif qophaa’e jedhe…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Phaaphaasota Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo waliin mari’atan
Finfinnee, Caamsaa 20,2017 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan Phaaphaasota Mana Amantaa Ortodoksii Tawaahidoo waliin mari’ataniiru.
Obbo Tamasgeen Xurunaan,…
Dooktar Abiy Ahimad Inistiitiyuutii Ispees Saayinsiifi Ji’oospaashaalii Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har'aa Inistiitiyuutii Ispees Saayinsiifi Ji'oospaashaalii Itiyoophiyaa daawwataniiru.…
Yuuniivarsiitichi qorannoo irratti hundaa’uun rakkoolee hawaasichaa furaa jira
Finfinnee,Caamsaa 20, 2017 (FMC) – Yuuniivarsiitiin Haromaayyaa rakkolee hawaasumaa fi dinagdee hawaasaa furuuf qorannoo fi qo’annoon geggeessuun hojii hojjechaa tureen bu’aalee…
Sirna haqaa cimsuuf qindoominni dhaabbilee raawwachiistota haqaa murteessaadha
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC )- Pireezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa Federaalaa Teewoodiroos Mihirat sirna haqaa cimsuuf qindoominni dhaabbilee raawwachiistota haqaa murteessaadha…
Goondar Kibbaatti balaa Tiraafikaan lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC )- Godina Goondar Kibbaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbun namoota 7 darbe
Balichi Konkolaataan deddeebisaa uummataa Minibaasii namoota 18 fe’ee Goondar…
Hojiirra oolmaan Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob agarsiistuu kutannaa fi mul’ata hoggantummaa ti –…
Finfinnee, Caamsaa 20, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Rippaabilika Azarbaajaan Ruslaan Naasiiboov, dhiyeenyatti hojii kan eegale Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob ariitiin…