Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Indaastiriiwwan sosochii “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu”n hojiitti galan bu’aa qabatamaa fiduun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Magaalota Finfinneefi Shaggaritti indaastiriiwwan sosochii “Itiyoophiyaan Haa Oomishtuu”n hojiitti galan bu’aa qabatamaa fiduun ibsameera.
Ogeeyyiin…
Fooramiin “Lammiilee Paarlaamaa” 3ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Fooramiin "Lammiilee Paarlaamaa" 3ffaan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti gaggeeffamaa jira.
Maricharratti Af-yaa’ii Mana Marichaa obbo Taaggasaa…
Imaammanni qonnaafi misooma baadiyyaa guddina oomishaafi oomishtummaaf faayidaa guddaa qaba jedhame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Imaammanni qonnaafi misooma baadiyyaa guddina oomishaafi oomishtummaa mirkaneessuuf faayidaa guddaa qabaachuun ibsame.
Ministerri Qonnaa…
Itiyoophiyaan bakka gahumsa invastimantii akka taatuuf dippiloomaatonni dargaggoon hojjechuu qabu…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Dippiloomaatonni dargaggoon Itiyoophiyaan bakka gahumsa invastimantii filatamtuu akka taatuuf beeksisuu akka qaban Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan…
Buufataalee Boba’aa Magaalaa Finfinneetti hiriirri konkolaattootaa maaliif baay’ate?
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017 (FMC)- Faanaa Dijiitaal galgala kana magaalaa Finfinnee buufataalee Boba’aa garaagaraatti daawwannaa taasiseen,hiriirri dhedheeraa konkolaatoota boba’aa…
Itiyoophiyaan naannawaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuu danda’u uumuuf murannoo…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017(FMC) - Itiyoophiyaan naannawaa jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuu danda’u uumuuf murannoo qabaachuu Daayirektarri Olaantuun Abbaa Taayitaa Eegumsa…
Ijaarsi Warshaa Xaa’oo boqonnaa seenaa haaraa fida-Doktar Girmaa Amantee
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017 (FMC) –Ijaarsa Warshaa Xaa’oo Itiyoophiyaa galteewwan humna ofiin guutuun damee qonnaaf boqonnaa seenaa haaraa akka fidu Ministirri Ministeera Qonnaa Doktar…
Naannoo Oromiyaatti dameewwan garaagaraan hojiileen hojjetamaa jiran abdii qabeeyyiidha-Doktar…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti dameewwan hawaasummaa, diinagdee, siyaasaa fi investimentiin hojiileen hojjetamaa jiran abdii qabeeyyii ta’uu Ministirri…
Maree biyyaalessaa hammataa taasisuuf Paartilee Siyaasaa haalaan hirmaachisuun barbaachisaadha…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017(FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa boqonnaa marii yeroo itti aanuu ilaalchisee hoggantoota Paartilee siyaasaa waliin mari’ateera.
Boqonnaa marii…
Giddugalli leenjii Birshalaqoo loltoota bu’uuraa leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017 (FMC) – Giddugalli leenjii Loltummaa Birshalaqoo loltoota bu’uuraa marsaa 41ffaaf leenjisaa ture eebbisiseera.
Humni Ittisaa dirqamaa fi ergama bu’aa…