Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Imaammanni Daldalaa Itiyoophiyaa dorgomtummaa idil addunyaa hawaasa daldalaa kan guddisuudha –…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017(FMC) – Imaammanni Daldalaa Itiyoophiyaa dorgomtummaa idil addunyaa hawaasa daldalaa kan guddisu ta’uu Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Daandiin qilleensichaa balallii fe’umsaa jalqabaa gara magaalaa Maakaawutti taasiise
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017(FMC) - Daandiin qilleensaa Itiyoophiyaa balallii tajaajila fe’umsaa jalqabaa gara Chaayinaa magaalaa Maakaawutti taasiiseera.
Sirna eegalchiisa balallii…
Eegzibishiniin Suuraa Imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa waggoottan 7’n darbanii agarsiisu eegale
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017(FMC) -Eegzibishiniin Suuraa Imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa waggoottan 7’n darbanii agarsiisu eegalameera.
Agarsiisicharratti Ministirri Tajaajila…
Bitootessa 24 sababeeffachuun hiriirri deeggarsaa magaalaa Hosaa’inaatti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017(FMC) – Bitootessa 24 sababeeffachuun hiriiri deeggarsaa Naannoo Giddugalessa Itiyoophiyaa Magaalaa Hosaa’inaatti gaggeeffamaa jira.
Hiriirichaan jiraattonni…
Oromiyaatti Egzibishiniin guddaan imalan waggoottan 7’n darbanii agarsiisu har’a eegala
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017 (FMC) – Bitootessa 24 sababeeffachuun Egzibiishiiniin guddaan Imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa waggoottan 7'n darbanii agarsiisu Magaalaa…
Bitootessi 24 guyyaa Itiyoophiyaan sirna siyaasaa hirmaachisaafi hammataa itti dhugoomsite- Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017(FMC) – Bitootessi 24 guyyaa Itiyoophiyaan sirna siyaasaa hirmaachisaafi hammataa itti dhugoomsite ta’uu Itta aanaan Daayrektara Jeneraalaa Tajaajila Nageenya…
Paartiin Badhaadhinaa guddina biyyaalessaa eegalame ariifachiisuuf hojjechaa jiraachuu ibse
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017(FMC) – Paartiin Badhaadhinaa sirna madaallii bu’aa qabeessa diriirsuun guddina biyyaa eegalame ariifachiisuuf hojjechaa jiraachuu Sadarkaa Itti aanaa Ministira…
Bitootessi 24 guyyaa gara guddinaatti imaluu itti eegalleedha – Obbo Awwal Arbaa
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017 (FMC) - Bitootessi 24 guyyaa seena qabeessa akka biyyaatti gara guddinaatti imaluuf harka walqabannee imala itti eegalleedha jedhan Pireezidaantiin Naannoo…
Bitootessi 24 guyyaa dameelee hundaan injifannoo cululuqaan itti galmaa’e- Aadde Alamituu Umood
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017(FMC) – Bitootessi 24 guyyaa dameelee hundaan injifannoo cululuqaan itti galmaa’e jedhan Pireezidaantiin Naannoo Gambeellaa Aadde Alamituu Umood.…
Siyaasa imala tokkummaa biyyaalessaa gufachiisu dhabamsiisuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Bitootessa 24, 2017(FMC) – Siyaasa imala tokkummaa biyyaalessaa gufachiisu dhabamsiisuun barbaachisaa ta’uu Itti gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Amaaraa obbo…