Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa bara baajatichaatti wixineewwan labsii 58 ragga’uu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 7, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa bara baajatichaatti wixineewwan labsii 58 ragga’uu beeksise.
Manni marichaa bara baajataa 2012…
Bakkeewwan biqiltuun dhaabamanitti qaamni itti gaafatamummaa fudhatu akka jiraatu ibsame
Finfinnee, Adoolessa 7, 2012 (FBC) – Bakkeewwan biqiltuun dhaabamanitti qaamni itti gaafatamummaa fudhatu akka jiraatu ibsame.
Wayita ammaa bakkeewwan ashaaraa magariisaaf biqiltuuwwan…
Dhaabbatichi Ityoophiyaatti vaayrasii koroonaa ittisuuf tarsiimoo qopheessuu beeksise
Finfinnee, Adoolessa 7,2012(FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Ityoophiyaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tarsiimoo konkolaattota daangaa fi naannolee qaxxaamuranii qopheessee…
Obbo Baqqalaa fi eegdonni obbo Jawaar Mahaammad mana murtii dhiyaatan
Finfinnee, Adoolessa 7,2012(FBC)- Hoggansi Koongirasii Federaalistii Oromoo obbo Baqqalaa Garbaa fi eegdonni obbo Jawaar Mahaammad mana murtii dhiyaatan.
Ajjeechaa Artiist Hacaaluu…
Rakkoo nageenyaa uumameen lammiilee qe’ee fi qabeenya isaanirra buqqa’an, hojiin deebisanii dhaabuu…
Finfinnee, Adoolessa 7, 2012 (FBC) –Naannoo Ooromiyaatti tibbana rakkoo nageenyaa uumameen lammiilee qe’ee fi qabeenya isaanirra buqqa’an, hojiin deebisanii dhaabuu rawwatamaa jira.…
Yeroo jijjiirramaatti olaantummaan seeraa murteessadha -hayyoota
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Yeroo jijjiirramaatti gufuulee mudatan olaantummaa seeratiin sirreessun murteessadha jedhame.
Faanaa Broodkaastiing Koorporeet waliin hayyoonni turtii…
Koorporeeshiniin Manneenii Federaalaa ijaarsa manneenii waggoota 28f adda citee ture eegalchiise
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Koorporeeshiniin Manneenii Federaalaa ijaarsa manneenii waggoota 28f adda citee ture eegalchiise.
Koorporeeshinichi marsaa lamaan ijaarsa manneenii…
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasiin koroonaa irratti argame 7,766 qaqqabe
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Ityoophiyaatti namoonni vaayrasiin koroonaa irratti argame 7,766 qaqqabuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Ministeerichi ibsa gabaasa qorannaa sa’aa 24…
Ajjeechaan Artiist Hacaaluu bu’aa siyaasatiif raawwatamuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Ajjeechaan Artiist Hacaaluu Hundeessaa bu’aa siyaasatiif kan raawwatame ta’uu Waajjirri Muummee Ministiraa beeksise.
Prees Sakreetaariyaatiin Waajjira…
MM Dr Abiy hoggansa caasaa federaalaa, naannoo fi godinaalee Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggansa caasaa federaalaa, naannoo fi godinaalee Kibbaa waliin mari’atan.
Nageenya, misooma, gaaffilee…