Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan ittisa biyyaa Ityoophiyaa akka fakkatuu fi teknooloojiin kan deggaramee akka ta’uuf…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Raayyaan ittisa biyyaa Ityoophiyaa akka fakkatuu fi teknooloojiin kan deggarame akka ta’uuf hojiiwwan garagaraa hojjetama jiraachuu Eetaamaajoorri…
Magaalaa Ambootti dandeetti hooggansa cimsuuf leenjii laatame
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)-Godina Shawaa Lixaa magaalaa Ambootti dandeetti raawwachisummaa hoggantootaa cimsuu fi muuxannoo guddina biyya Kooriyaa Kibbaa qooduuf Dooktar…
Jilli obbo Binnaalfi Andu’aleemiin durfamu Masaraa Mootii Jimmaa Abbaa Jifaar daawwate
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Jilli itti gaafatamaa Waajjira Muummee Paartii Badhaadhina obbo Binnalfi Andu'aleemiin durfamu magaalaa Jimmaattii Masaraa Mootii Abbaa Jifaar…
Dhaabbilee marsaa 9ffaa sagantaa “Maaddii biyyaaf” Birrii galii taasisaniifi nagahee erguun…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Dhaabbilee marsaa 9ffaa sagantaa “Maaddii biyyaaf” Birrii galii taasisaniifi nagahee erguun beeksisaniif Waajjirri Ministira Muummee galata…
Sabbataatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 11 darbe
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Magaalaa Sabbataa iddoo Diimaa jedhamuttii balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 11 darbera.
Balichi guyyaa har'aa sa'aatii…
Aadde Mufariyaat Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti komishiini olaanaa hojjettoota Feelipoo…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)-Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kaamiil jila Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti komishiini olaanaa hojjettoota Feelipoo Gaaraandii…
Bu’aan qorannoo haleellaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Izzii Kabaarratti raawwateen walqabatee jiru ifoome
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Namoota yakka biyya ganuun, haleellaa fi shororkeessummaan shakkamuun himatanii ajajni qabamuu irratti ba’e 349 keessa 124 to’annoo jala ooluu…
Qorannoo marii daangaa Ityoophiyaa-Sudaan irratti xiyyeeffate Finfinneetti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Qoranoon marii dhimma daangaa Ityoophiyaa-Sudaan irratti xiyyeeffate Amajjii 19-21, 2013 Finfinneetti gaggeeffameera.
Olaantummaan…
Ministeerri Barnootaa Fawuundeeshiinii Dibooraa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Ministeerri Barnootaa fi Fawuundeeshiinii Dibooraa damee barnootaa irratti waliin hojjechuuf dhimmoota isaan dandeesisuurratti sanada waliigaltee…
Giddu Galli Aadaa Oromoo Akkaadaamii Afaan Oromoo hundeessuuf qophii xumuruu beeksiise
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Giddu Galli Aadaa Oromoo Akkaadaamii Afaan Oromoo hundeessuuf qophii xumuruu beeksiise.
Daareekteerri Olaanaa Giddu Gala Aadaa Oromoo, obbo…