Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jaappaan ijaarsa mana barumsaa sadarka 1ffaa Dhalootaaf deeggarsa tasifte
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Godina Adda Naannawaa Finfinnee magaalaa Galaanitti Jaappaan babaldhina ijaarsa mana barumsaa sadarka 1ffaa Dhalootaaf deeggarsa tasifteeetti.…
Lammiilee Godina Matakkalirraa buqqa’aniif deeggarsa namoomaa taasisuuf magaalaa Gilgil Balasitti…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Lammiilee Godina Matakkalirraa buqqa’aniif deeggarsa namoomaa taasisuuf magaalaa Gilgil Balasitti giddugalli yeroo banamuu ibsame.
Lammiilee…
Magaalaa Finfinneetti Amajjii 23 hirirrii nagaan akka gaggeeffamuuf qaamni beekamtii laate hin…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Amajjii 23 hirirrii nagaan akka gaggeeffamuuf qaamni beekamtii laate akka hin jirree Komiishinii Poolisii magaalaa Finfinnee…
Obbo Dammaqaan ministira dhimma alaa fi tumsa idila addunyaa mootummaa federaalaa Soomaaliyaa waliin…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimmaa Alaa obbo Dammaqaa Makonniin ministira dhimma alaa fi tumsa idila addunyaa mootummaa…
Ityoophiyaanoonni 282 Sa’uud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 282 Sa’uud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen gara biyyaa deebi’an hundi dhiroota yoo ta’an, bakka bu’aan…
Shawaa Kaabaatti balaa konkolaataa muudateen lubbuun namoota 2 yoo darbu, namoota 45 irra miidhan…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuu ganda Wuuyyee Goseetti balaa konkolaataa muudateen lubbuun namoota 2 battalati kan darbe yemmuu ta'u namoota 45 ta irra…
Ityoophiyaa fi Jiibuutiin yakkoota daangaa ce’aa haala ittisuun danda’amurratti waliin…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa jeneraal Dammallash Gabramikaa'el daayreektarri Poolisii biyyaalessa Jiibuutii Kolooneel Abdullaahii Abdii…
Bara kana jallisii marsaa duraatiin lafti heektaarri kumni dhibbi1 fi kumni 34 qamadiin uwwifame…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) –Bara kana jallisii marsaa duraatiin lafti heektaarri kumni dhibbi1 fi kumni 34 oomisha qamadiin uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksiseera.
Ityoophiyaatti…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 549 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 549 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 2 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Miidiyaaleen hojii ijaarsa biyyaa eegalan cimsuu qabu – Dooktar Geetaachaw Dinquu
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) –Miidiyaaleen dhimmoota bu'uuraa biyyaa fi walii galtee biyyaaleessaa uumuuf hojii ijaarsa biyyaa eegalan cimsanii itti fufuu akka qaban Daayreektarri…