Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Artiist Hacaaluu Hundeessaaf yaadannoon qophaa’e
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Artiist Hacaaluu Hundeessaaf yaadannoon qophaa’e.
Sirni yaadannoo artiistichaa Hoteela Sharaatan magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Manni barnootaa…
Miseensonni ABO Shanee Artiist Hacaaluu akeekkachiisaa turuun ibsame
Finfinnee, Adoolessa 6,2012(FBC)- Miseensonni ABO Shanee Artiist Hacaaluu Hundeessaan ajjeefamuu isaatin dura akeekkachiisoo ajjeechaa karaa Teelegraama isaatin ergaa turuu isaanii Abbaan…
Barattoota kutaa 8ffaa fi 12ffaatin ala kaan gara barnoota itti aanutti akka darban murtaa’e
Finfinnee, Adoolessa 3,2012(FBC)- Barattoota kutaa 8ffaa fi 12ffaatin ala barattoonni kaan gara barnoota itti aanutti akka darban murtaa’e.
Ministeerri Barnootaa FDRI barattoonni sadarkaa…
Ajjeecha atriisti Haacaaluu Hundeessaan shakkamtoonni 2 to’annoo jala oolaan
Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC)- Abbaan Alangaa Waliigala Federaalaa aaddee Adaanach Abeebee, tibba tarbee ajjeecha gara jabeenya artiisti Haacaaluu Hundeessaarratti raawwatameen…
Biyyattitti karoora misooma waggaa 10rratti marii taasifama jiru itti fufeera
Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti mariin karoora misooma waggaa 10rratti gaggeeffama jiru akkuma itti fufetti jira.
Mariin guyyaa har’a damee tuuriizimii irratti…
MM Dr. Abiy Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 3, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman Angeelaa Maarkeel waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Mariin isaaniis weerara vaayrasii…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI guyyaa har’aa walga’ii idileesa gaggeesseera
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI guyyaa har’aa walga’ii idileesa gaggeesseera.
Manni maricha walga’ii isaan bara baajata 2013tti…
Ityoophiyaa fi Baankii Egziim Kooriyaa gidduutti waliigalteen liqaa Doolaarri miiliyoona 70…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2012 (FBC) – Ityoophiyaa fi Baankii Egziim Kooriyaa gidduutti waliigalteen liqaa Doolaarri miiliyoona 70 mallattaa’e.
Liqicha keessaa Doolaarri Ameerikaa…
Rakkoo nageenyaa uumame to’annaa tattamsa’inna vaayrasii koroonaa irratti dhiibba olaanaa uumu…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2012 (FBC) – Guyyoota darban naannoo Oromiyaatti rakkoon nageenyaa uumame to’annaa tattamsa’inna vaayrasii koroonaa irratti dhiibba olaanaa uumu Biiroon Fayyaa…
Yakkoota rawwataman kan adda baasu gareen qorannoo hundaa’e qorannoo isaa akka gaggeessu…
Finfinnee,Waxabajjii 27,2012 (FBC) - Ajjeechaa Artiisti Haacaaluu hundeessaan walqabatee naannoo Oromiyaa bakkeewwan garagaraatti hokkara ka’een, yakkoota rawwataman kan adda baasu gareen…