Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiilee Ityoophiyaa kuma 34 ol Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessa jiran gara biyyaatti…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa kuma 34 ol Saa'ud Arabiyaatti rakkoo keessa jiran gara biyyaatti deebisuuf murtaa'uu Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Ministeerri Fayyaa Dhaabbilee Itti Waamaman Waliin Ta’uun hojiilee gurguddoo baatiwwan 6 darban…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) - Ministeerri Fayyaa Dhaabbilee Itti Waamaman Waliin Ta’uun hojiilee gurguddoo baatiwwan 6 darban raawwataman gamaaggame.
Ministeerri Fayyaa…
Hojiiwwan diippilomaasii cimsuun michummaa baayyisuun itti fufuu qaba – Koree Dhaabbii
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) –Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Koreen Dhaabbii Hariiroo Alaa fi Dhimmoota Nageenyaa, Ministeera Dhimma Alaa wayita daawwatetti hojiin diippilomaasii…
Walakkaa waggaatti dameen Albuuduu dachaan guddachuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) – Walakkaa Waggaa bara 2013 dameen Albuudaa karoora isaa dachaan kan milkeesse yoo ta’u Indaastirii fi qonnis raawwii gaarii galmeessuu himame.…
Miirri wal jaalalaa fi walitti dhufeenyi gaariin ummattoota naannolee wal daangeessan biratti uumuun…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) – Miirri wal jaalalaa fi walitti dhufeenyi gaariin ummattoota naannolee wal daangeessan biratti uumuun guddina biyyaafis ta'ee tokkummaa biyyattif…
Godina Arsii Lixaatti aanaalee fi seektaroota raawwii hojii gaarii galmeessaniif beekkamtiin laatame
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti aanaalee fi seektaroota mootummaa raawwii hojii gaarii galmeessaniif beekkamtii fi badhaasni laatamuu ibsame.…
Hariiroo Ummattootaa cimsuuf hojiileen hedduun hojjetamaa jiru – Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) - Hariiroo Ummattootaa cimsuuf hojiileen hedduun hojjetamaa jiraachuu Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan dubbatan.
Naannoo…
Koreen Ministirootaa Duubdeebii Hundagaleessaa Wiirtuu Qindeessaa Yeroo Ariifachiisaa Biyyaalessaa…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) – Koreen Ministirootaa Duubdeebii Hundagaleessaa Wiirtuu Qindeessaa Yeroo Ariifachiisaa Biyyaalessaa walga’ii idileessaa gaggeesseera.
Korichi…
Eejansiin Nageenya Infoormeeshinii fi Koorporeeshinii Baankii lafaa fi Misooma Federaalaa waliin…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) – Eejansiin Nageenya Infoormeeshinii fi Koorporeeshinii Baankii lafaa fi Misooma Federaalaa waliigaltee waliin hojjechuu isaan dandeesisu…
Ityoophiyaan sadarkaa sosochii Farra malaamaltummaan qabdu fooyyeessite
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) - Ityoophiyaan sadarkaa sosochii Farra malaamaltummaan qabdu fooyyeessuu ishee ‘Tiraanispaaraans Internaashinaal’ gabaasa har’a baaseen ifoomseera.…