Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hooggantoonni hojii Ityoo-Teeleekoom proojaktii Wancii daawwachaa jiru
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Hojii Raawwachiiftuu Olaantuu Ityoo-Teeleekoom aadde Fireehwaat Taammiruu dabalatee hoggantoonni hojii olaanoon proojaktii Wancii daawwachaa jiru.…
Itti Aantuu Kantiibaa Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa waliin marii’atan
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Adaanach Abeebee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Cha’awu Chiyuwaan waliin marii’ataniiru.…
Komishinichi proojektoota bishaan dhugaatiii naannoo Horsise Bulaatti ijaaruf waliigaltee…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Komishiniin Qindeessaa Misooma Naannoo Horsiise Bulaa Oromiyaa proojektoota bishaan dhugaatiii naannoo Horsise Bulaatti ijaarsisuuf…
Yuunvarsitiin Dambii Doolloo guyyaa boruu barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 59…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Yuunvarsitiin Dambii Doolloo guyyaa boruu barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 59 ni eebbisiisa jedhame.
Yuunvarsitichi…
Humni badii garee ABUT akka hin deebinetti barbadaa’eera- Dooktar Qana’aa Yaadata
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Humni badii garee ABUT akka hin deebinetti barbadaa’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Qana’aa Yaadataan ibsaniiru.
Ministeerri…
Ityoo Teeleekoom Maaddii Biyyaaf birrii miiliyoona dhibba 5 deeggarsa taasiise
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Ityoo Teeleekoom Proojektii Maaddii Biyyaaf Birrii miiliyoona dhibba 5 deeggarsa taasiisuu beeksiseera.
Fuula Feesbuukii Keenyan…
Hoggantoota weerara lafaa seeraan alaa keessatti hirmaatan seeraatti dhiyeessuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) – Hoggantoota weerara lafaa seeraan alaa keessatti hirmaatan seeraatti dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksise.…
Damee geejjibaa teeknooloojiin deeggaruun odeeffannoo daandiiwwanii kan dhiyeessu hojii Sooftiweerii…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) -Damee geejjibaa teeknooloojiin deeggaruun odeeffannoo daandiiwwanii kan dhiyeessu hojii Sooftiweerii odeeffannoo eegaluu Ministirri Geejjibaa aadde…
Mootummaan Eemmireetoota Arabaa Gamtoomanii Biiroo Barnoota Oromiyaaf deeggarsa konkolaattoota 4…
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Mootummaan Emmireetoota Arabaa Gamtoomanii Biiroo Barnoota Oromiyaaf deeggarsa konkolaattoota 4 taasiseera.
Barnoota naannoo Oromiyaa gara fuula…
Obbo Dammaqaa Mokonnin Preezdaantii Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa 26ffaa waliin marii’atan
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Preezdaantii Yaa’ii Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa 26ffaa…