Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbilee daldalaa olaanoo fi xixiqqaa ta’an, waajjiraaleen mootummaa fi dhuunfaan gara sochii…
Finfinnee,Waxabajjii 26,2012 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti dhaabbilee daldalaa olaanoo fi xixiqqaa ta’an, waajjiraaleen mootummaa fi dhuunfaan gara sochii idileetti galaniiru.
Magaalichatti…
Namoonni 54 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise
Finfinnee,Waxabajjii 26,2012 (FBC) - Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 54 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Sa’aa 24 keessatti qorannaan samuudaa namoota…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 157 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI…
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 157 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Sa’aa 24 keessatti qorannaan samuudaa…
Faanaa Broodkaastiing Koorporeet tamsaasa televiizhinii idilee; sagantaa afaan Oromoo eegale
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Faanaa Broodkaastiing Koorporeet har'a Waxabajjii 22,2012 tamsaasa televiizhinii idilee; sagantaa afaan Oromoo eegale.
Faanaan kanaan dura…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ummanni gorsa mootummaa fi ogeeyyii fayyaa hojiirra oolchuu…
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf ummanni gorsa mootummaa fi ogeeyyii fayyaarraa laatamu hojiirra akka oolchu boordii qorataan beeksise.
…
Dhimmi Hidha Haaromsaa mariidhan akka hiikamu Chaayinaan deeggarsa kan itti fuftu ta’uu…
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts dhimma Hidha Haaromsaarratti garaagartee isaanii mariidhan akka hiikan Chaayinaan deeggarsashee kan itti fuftu ta'uu…
Manni marichaa booru walga’ii idileesaa ni gaggeessa
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI booru walga'ii idilee 18ffaasaa ni gaggeessa.
Manni marichaa walga'ii idilee 18ffaa bara hojii 5ffaa…
Jaappaan Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 4 laatte
Finfinnee, Waxabajjii 22, 2012 (FBC) – Mootummaan Jaappaan, Ityoophiyaan dhiibbaa weerarri vaayrasii koroonaa qaqqabsisu ittisuuf tattaaffii taasiftuuf deeggarsa Doolaara Ameerikaa…
Sabbataa fi Jimmaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu gaggeeffame
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Sabbataa fi Jimmaatti sagantaan dhaabbii biqiltuu gaggeeffame.
Hoggansii fi hojjettoonni Ministeera Galiiwwanii fi dhaabbilee waamamoo,…
Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa qooddannaa soorataa baatii 4f turu har’a…
Finfinnee,Waxabajjii 22,2012 (FBC) – Yuunvarsiitiin Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa qooddannaa soorataa baatii 4f turu har'a eegalchiisera.
Qooddannaan nyaataa kun namoota…