Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ingiliiz miidiyaa Ityoophiyaaf deeggarsa ijaarsa dandeettii taasisuufi
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) –Ingiliiz Ityoophiyaa dabalatee miidiyaalee biyyoota Afrikaa birootti argamaniif deeggarsa ijaarsa dandeettii Paawundii miiliyoona 3 akka…
Koreen Dhaabbii Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii walakkaa waggaa manneen hojii…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) – Koreen Dhaabbii Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii walakkaa waggaa manneen hojii sagalii (9) gamaaggamee jira.
Korichi, raawwii…
Karoorri waggaa 10 Ityoophiyaa biyyoota naannichaa misoomaan kan walitti hidhuudha – Preezdaant…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) - Karoorri waggaa 10 Ityoophiyaa biyyoota naannichaa misoomaan kan walitti hidhu ta’uu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsan.
Preezdaant…
Dooktar Abiy dhaabbilee qaama namtolchee fi gurmeessa deeggarsa qaamaa daawwataa jiru
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad dhaabbilee Ministeera Fayyaa jalatti argaman qaama namtolchee fi gurmeessa deeggarsa qaamaa daawwataa jiru.…
Barbaadaa’uun Juuntaa ABUT humnoota tokkummaa Ityoophiyaa jibban mataa gadi kan qabachiisedha – obbo…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) – Barbaadaa’uun Juuntaa ABUT humnoota tokkummaa Ityoophiyaa jibban mataa gadi kan qabachiise ta’uu Itti Aanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Somaalee…
Manni Barumsaa sadarkaa 2ffaa Dubtii Waajjira Giiftii Dureen ijaarame har’aa eebbifame
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) -Naannoo Afaar Godina Awusii Rasuu aanaa Dubtiitti manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Dubtii Waajjira Giiftii Dureen ijaarame guyyaa har’aa eebbifameera.…
Yuunivarsiitiin Amboo Sanbata dhufu barattoota barsiisaa ture kuma 5 ol ni eebbisiisa
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) – Yuunivarsiitiin Amboo muummeewwan garagaraan barattoota barsiisaa ture kuma 5 fi 73 Sanbata dhufu akka eebbisiisu beeksise.
Daayreektarri…
Filannoo marsaa 6ffaa biyyaalessaarratti hirmaannaa fi bakka bu’iinsa dubartootaa guddisuuf mariin…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC) - Filannoo marsaa 6ffaa biyyaalessaarratti hirmaannaa fi bakka bu’iinsa dubartootaa guddisuuf paartilee Siyaasaa fi Waldaalee Siiviikii waliin…
Yuunivartsiitiin Diillaa barattoota barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol guyyaa har’aa eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) –Yuunivartsiitiin Diillaa barattoota barsiisaa ture kuma 3 fi 500 ol guyyaa har’aa eebbisiise.
Yuunivarsiitichi guyyaa har’aa marsaa 21ffaaf…
Sirna federaaliziimii keessatti barbachisummaa walitti dhufeenya naannoleerratti mariin xiyyeeffate…
Finfinnee, Amajjii 20, 2013 (FBC ) – Sirna federaaliziimii keessatti barbachisummaa walitti dhufeenya naannoleerratti mariin xiyyeeffate magaalaa Bahiir Daaritti gaggeeffamaa jira.…