Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waliigalteen ijaarsa proojaktii misooma jalliisii Birrii biiliyoona 1.5 Mallattaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaatti proojaktiin misooma jallisii Birrii biiliyoona1.5 ijaarramuuf waliigalteen mallattaa’e.
Ijaarsi…
Magaalaa Adaamaatti proojaktoonni misoomaa 62 eebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti proojeektonni misoomaa 62, Birrii miiliyoona dhibba 8 olin hojjetaman xumuramuun eebbifaman.
Jilli…
Ijaarsi daandii saffisaa Awutoobisii Jamoo 2 – Jeneraal Wiingeet eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) –Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad fi Itti aanaa Kaantibaan magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan Ijaarsa daandii saffisaa…
Torbee lamaan dhufan keessatti Ityoophiyaan ijaarsa hidha haaromsaa xumuruun bishaan guutuu kan…
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2012 (FBC) – Torbee lamaan dhufan keessatti Ityoophiyaan ijaarsa hidha haaromsaa xumuruun bishaan guutuu kan eegaltu ta’uu fi biyyoonni sadeen waliigalteerra…
MM FDRI Dooktar Abiy miseensota Biiroo Gumii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2012 (FBC) - Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad miseensota Biiroo Gumii Gamtaa Afrikaa, akkasumas Gibtsii fi Sudaan waliin mari’achuu ibsan.
Dooktar Abiy…
Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Aljeeriyaa fi Siwiizarlaand waliin mari’atan
Finfinnee,Waxabajjii 19, 2012 (FBC) - Preezdaatiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Aljeeriyaa Abdalmajiid Teebuun waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii fi…
Miidhaan dubartootaa fi daa’imman irra ga’u dhaabbachuu kan qabu amma – Abbaa Alangaa Waliigalaa
Finfinnee,Waxabajjii 19,2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigalaa miidhaa dubartootaa fi daa’immanirra ga’u ilaalchise ibsa laateera.
Abbaan alangichaa wayita addunyaan weerara vaayrasii…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 250 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 8 darbeera
Finfinnee,Waxabajjii 19,2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa'aa 24tin namoonni 250 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa FDRI beeksise.
Sa'aa 24 keessatti qorannaan samuudaa…
Garaagarummaan Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gubts gidduu jiru mariin akka furamuuf gamtaan Afrikaa…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Garaagarummaan Ijaarsa Hidha Haaromsa Guddicharratti Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts gidduu jiru mariin akka furamuuf gamtaan Afrikaa deeggarsa…
Namoonni daa’imman gowwomsuun gudeedan 2 hidhaa cimaa dabaman
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Namoonni daa’imman gowwomsuun gudeedan 2 hidhaa cimaa dabaman.
Magaalaa Finfinneetti maanguddoon umrii waggaa 65 daa’imman 2 gowwomsuun gudeede…