Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Buraayyuutti meeshaan waraanaa seeraan alaa to’atame
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Buraayyuutti meeshaan waraanaa seeraan alaa to’annoo jala oolera.
Kilaashii 23 to’annoo jala ooluu Waajjirri Koominikeeshinii…
MM Dr Abiy Ahimad qondaaltota mootummaa waliin biqiltuu dhaaban
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad qondaaltota mootummaa waliin biqiltuu dhaaban.
Dooktar Abiy ministirootaa fi ministir deettota waliin…
Manni Marichaa waliigaltee Ityoophiyaan Jibuutii fi Ruwaandaa waliin namoota yakkaan barbaadaman…
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa labsii waliigaltee Ityoophiyaan Jibuutii fi Ruwaandaa waliin namoota yakkaan barbaadaman dabarsanii walii laachuu…
MM Dr Abiy Ahimad giddugala hojii suphee “Insiraa” daawwatan
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad giddugala hojii suphee "Insiraa" daawwatan.
Daawwicharratti itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee…
Haroo Calalaqaa badiirraa baraaruuf Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Haroo Calalaqaa badiirraa baraaruuf Yuunvarsiitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaa waliin hojjetamaa jira.
Haroon Calalaqaa haroowwan…
Waggoota 3f sagantaan hanqina nyaataa furuurratti hojjetu ifoome
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Fandiin Daa'immanii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii (UNICEF) fi Sagantaan Nyaata Addunyaa (WFP) Ityoophiyaatti rakkoo hanqina nyaataa daa'immanii fi…
Qophii baajata mootummaa federaalaarratti mari’atame
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Qophii baajata mootummaa federaalaa bara baajataa 2013rratti mari'atame.
Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti koreen dhaabbii galii,…
Warshaan Daabboo Shaggar ebbifame
Finfinnee,Waxabajjii 18,2012 (FBC) – Warshaan Daabboo Shaggar ebbifame.
Warshaan Daabboo fi Daakuu Shaggar dhaabbata Hooraayzan Plaanteeshin; Miidrook Ityoophiyaa Teeknooloojii…
Magaalaa Finfinneetti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 3325 ga’e
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti gabaasa qorannaa sa’aa 24tin namoonni 147 vaayrasii koroonaatin qabamuu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise.
…
Boordichi gaaffii mana marichaa kan hin fudhanne ta’uu beeksise
Finfinnee,Waxabajjii 17, 2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa gaaffii Manni Maree naannoo Tigraay filannoo naannoo 6ffaa gaggeessuuf dhiyeesse kan hin fudhanne ta’uu…