Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee hooganaa damee tumsaa Gamtaa Awurooppaa waliin marii’atan
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) – Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shidee haala waqtaawaa naannoo Tigiraayirratti hooganaa damee tumsaa Gamtaa Awurooppaa Eeraak Habar waliin…
“Amma fayyaa guutuun qaba; ummatakoo na iyyaafates nan galateeffadha” – Dooktar Artiist Alii…
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) – Ji’oota muraasa dura hangafti artistootaa, qaroon, ibsituu fi eenyummaan aartii Oromoo darbees kan Ityoophiyaa Dooktar Artiist Alii Birraa…
Sosochiin Biyyaalessaa ‘Akka isin tajaajilluuf Maaksii godhadhaa’jedhu eegaluufi
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) – Sosochiin Biyyaalessaa ‘Akka isin tajaajilluuf Maaksii godhadhaa’jedhamu Amajjii 25,irraa eegalee gaggeeffamuufi.
Ministeerri barnootaa fi…
Magaalaa Godeeyitti buufata xiyyaaraa idil addunyaa Miiraad Laaylii ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa…
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) –Magaalaa Godeeyitti buufata xiyyaaraa idil addunyaa Miiraad Laaylii ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame.
Itti Aanaa Preezdaantii…
Godina Arsii Lixaatti raawwiin hojii baatii 6 gamaaggamaa jira
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Godina Arsii Lixaatti raawwiin hojii baatii 6 gamaaggamaa jira.
Bulchaa bulchiinsa godinicha obbo Abarraa Bunoo, hooggansi keenya sadarkaan jiru…
Caffeen manneen hojii Caffeef itti waamamanii gamaaggamaa jira
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Caffeen karooraa fi raawwii hojii qaamolee raawwachiiftuu, qaama abbaa seerummaa mootummaa naannichaa fi manneen hojii Caffichaaf itti waamamanii ni…
Ministeerri Dhimma Alaa hojjetoota dhaabbatichaaf giddugala bakka turtii daa’immanii ijaarsise…
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) –Ministeerri Dhimma Alaa hojjetoota dhaabbatichaaf giddugala bakka turtii daa’immanii ijaarsise eebbisiise.
Giddugalichi baasii Birrii miiliyoona…
Giifti Duree Zinnaash Taayachaw Mana Barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifa Roophii eegalchiisuuf, dhagaa…
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) – Giifti Duree Zinnaash Taayachaw Godina Arsii Lixaa Aanaa Siraaroo Magaalaa Roophiitti ijaarsa Mana Barnootaa sadarkaa 2ffaa Ifa Roophii…
ABO dabalatee paartileen siyaasaa jaha mallattoo filataan akka jijjiiran gaafataman
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) – ABO dabalatee paartileen siyaasaa jaha mallattoo filataan akka jijjiiran Boordiin Filannoo Biyyaalessaa hubachiiseera.
Boordichi bu’uuruma…
Bulchiinsi Baayidaan dhimma hidha Haaromsaarratti yaada faayidaa Ityoophiyaa faalleessuu akka hin…
Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC)- Bulchiinsi Preezdaantii Ameerikaa haaraa Joo Baayidaan dhimma hidha Haaromsaarratti yaada faayidaa Ityoophiyaa faalleessuu akka hin hordofne abdiin qaba…