Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biirichii fi Yuunvarsiitin Bulee Horaa tajaajila lammummaa laatan
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Biiron Dhimma Dubartoota, Daa'immanii fi Dargaggootaa Oromiyaa magaalaa Sulultaatti, Yuunvarsiitin Bulee Horaa ammoo magaalaa Bulee Horaatti…
Gujii Lixaatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 8 oliin ijaarraman ebbifaman
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Godina Gujii Lixaatti proojaktoonni Birrii miiliyoona dhibba 8 oliin ijaarraman ebbifaman.
Godinichatti proojaktoonni ijaarramanii…
Diippiloomaatonni Ityoophiyaa faayidaa biyyaa kabachiisuuf hojjechaa jiru -obbo Gadduu
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Diippiloomaatonni Ityoophiyaa faayidaa biyyattii kabachiisuuf hojjechaa jiru jedhan ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu…
Caffeen Oromiyaa hawaasa harka qalleeyyii 130f deeggarsa oomishaalee nyaataa taasise
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Caffeen Oromiyaa hawaasa harka qalleeyyii 130f deeggarsa oomishaalee nyaataa taasise.
Caffichi deeggarsicha kan laate hawaasa harka…
Guyyaan wareegamtoota Tigraay 32ffaan Maqaleetti kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Guyyaan wareegamtoota Tigraay 32ffaan naannoo Tigraay magaalaa Maqaleetti kabajame.
Guyyichi siidaa wareegamtootaa jalatti bakka dura…
Lafti qonna mootummaa godina Arsii Lixaa daawwatame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Lafti qonna mootummaa godina Arsii Lixaa aanaa Kofalee fi Dodolaa meekaanaayzeeshiniidhan misoomaa jiru daawwatame.
Hoggansi olaanoo…
Guyyaa Jeneraal Sa’aareen itti wareegaman waggaa 1ffaan yaadatame
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Guyyaa Jeneraal Sa'aaree Makoonnin itti wareegaman waggaa 1ffaan yaadatame.
Kabaja sirnichaarrattis daandin maqaa isaanitiin mogga'e…
Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Naqamtee %70rra ga’eera
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Ijaarsi Buufata Xiyyaaraa Naqamtee %70rra ga'eera.
Buufanni xiyyaaraa kun Birii miiliyoona dhibba 7 fi miiliyoona 48 ijaarramaa jira.…
Hoggansi raayyaa ittisa biyyaa biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Hoggansi raayyaa ittisa biyyaa FDRI olaanon biqiltuu dhaaban.
Hoggansi raayyichaa gamoo haaraa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti…
Wareegamtoonni Waxabajjii 15 yaadataman
Finfinnee, Waxabajjii 15, 2012 (FBC) – Dhaabbiin biqiltuu yaadannoo Waxabajjii 15 gaggeeffame.
Guyyaan yaadannoo waggaa 1ffaa hoggansi olaanoo raayyaa ittisa biyyaa FDRI fi…