Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jooseef Maagfuulii Taanzaaniyaatti Ityoophiyaanoota mana amala sireessaa keessa jiran gadi lakkisuuf…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC)- Preezdaantiin Taanzaaniyaa Jooseef Maagfuuliin lammiilee Ityoophiyaa mana amala sireessaa biyya isaanii keessa jiran gadi lakkisuuf preezdaantii FDRI…
Naannoo oromiyaa fi Somaalee waltajjii waloo misoomaa fi nageenyaa gaggeessuu eegalan
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Waltajjii waloo misoomaa fi nageenyaa naannoo Oromiyaa fi Somaalee magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira.
Waltajjichaan naannoleen lamaan karoora…
Fooramiin tumsaa Yuunivarsiitiwwan sagalii fi Mootummaan Naannoo Kibbaa hundeeffame
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Fooramiin tumsaa Yuunivarsiitiwwan sagalii fi Mootummaan Naannoo Kibbaa hundeeffame.
Miseensa fooramichaa kan ta’an naannoo Kibbaatti kan argaman…
Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachaw Aljeeriyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Lii Liiyaanhee waliin…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Aljeeriyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiyaat Geetaachaw Aljeeriyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Lii Liiyaanhee waliin marii’ataniiru.
Marichi tumsa…
Godina Matakkalitti olaantummaa seeraa kabachiisuu cinaatti araaraa fi tokkummarratti xiyyeeffachuun…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Godina Matakkalitti olaantummaa seeraa kabachiisuu cinaatti araaraa fi tokkummarratti xiyyeeffachuun hojjetamaa jiraachuu Koreen Humna Qindoomaa hundaa’e…
Preezdaanti Saahilawarq Taanzaaniyaa galan
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen daawwannaa hojiif Taanzaaniyaa galaniiru.
Preezdaant Saahilawarq wayita Taanzaaniyaa ga’an…
Bara oomishaa dhufu xaa’oo biyyoo kuntaala miiliyoona 18 fi kuma dhibba 1 ol dhiyeessuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) Bara oomishaa 2013/14 xaa’oo biyyoo kuntaala miiliyoona 18 fi kuma dhibba 1 ol dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Sochii Invastimantii naannoo Afaaritti argamu ilaalchisuun mariin gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) –Sochii Invastimantii naannoo Afaaritti argamu ilaalchisuun mariin gaggeeffama jira.
Marii sochii Invastimantii naannoo Afaaritti argamu ilaalchisuun…
Bara oomishaa dhufu xaa’oo biyyoo kuntaala miiliyoona 18 fi kuma dhibba 1 ol dhiyeessuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) Bara oomishaa 2013/14 xaa’oo biyyoo kuntaala miiliyoona 18 fi kuma dhibba 1 ol dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Jilli fooramii misoomaa Oro-somaalee Finfinnee gale
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Jilli fooramii misoomaa Oro-somaalee Finfinnee galeera.
Jilichi wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee ga’u preezdaantiin Mootummaa Naannoo…