Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Proojaktii Qindaa’aa Gumaata Caffee Tumaa irratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012 (FBC) – Proojaktiin Qindaa'aa Gumaata Caffee Tumaa, gaaffii siyaas-diinagde, hawaasummaa, aadaa eenyummaa saba Oromoo Tuulamaa deebisuuf qophaa'e irratti…
Naannoo Oromiyaatti Keenniinsi Tajaajila Lammummaa Waxabajjii 6, 2012 Dhaadannoo “Ani Lammii Kootif”…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Keenniinsi Tajaajila Lammummaa Waxabajjii 6, 2012 Dhaadannoo “Ani Lammii Kootif” jedhuun guutuu biyyaatti ni gaggeeffama.
…
Aadde Keeriyaa Ibraahiim taayitaa isaanii gadhiisuu beeksisan
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Af yaa'iin Mana Maree Federeeshinii aadde Keeriyaa Ibraahiim taayitaa isaanii gadhiisuu beeksisan.
Aadde Keeriyaan fedhii isaanitiin af…
Hidhi Haaromsaa hariiroo biyyoota ollaa ni cimsa -paarlaamaa Keeniyaatti waamamaa mootummaa
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Hidhi Haaromsaa hariiroo biyyoota ollaa ni cimsa jedhan paarlaamaa Keeniyaatti waamamaan mootummaa Adan Duwaaleen.
Keeniyaatti ambaasaaddarri…
Obbo Gadduun, Ityoophiyaatti ambaasaaddara Raashiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw, Ityoophiyaatti ambaasaaddara Raashiyaa Ibjeeniiy Tarakihin waliin mari'atan.…
Qulqullinni ijaarsa Hidha Haaromsaa, hidhoota Sudaanii fi Gibts ni caala – ministira…
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Ministirri Ministeera Jallisii fi Qabeenya Bishaanii Sudaan Yaasiir Aabbaas qulqullinnii fi nageenyi ijaarsa Hidha Haaromsaa, kan Sudaanii fi Gibts kan…
Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 136 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Qorannaa sa'aa 24 darbeetin namoota 136 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan samuudaa 4775 gaggeeffamuu…
Jilli mootummaa nananoo Oromiyaa magaalaa Galaanitti biqiltuu dhaabe
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Jilli hoggansa olaanoo mootummaa nananoo Oromiyaa magaalaa Galaanitti biqiltuu dhaabe.
Jilicha kan hogganan preezdaantiin mootummaa…
Baatii Caamsaa keessa meeshaan koontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 35 olii…
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Baatii Caamsaa keessa meeshaan koontiroobaandii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 35 olii qabameera.
Ministeerri Galiiwwanii akka…
Miidhaa weerarri vaayrasii koroonaa qaqqabsiisu ittisuuf ummanni qajeelfamaa fi gorsa kennamu…
Finfinnee, Waxabajjii 1,2012(FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad miidhaa weerarri vaayrasii koroonaa qaqqabsiisu ittisuuf ummanni qajeelfamaa fi gorsa kennamu hojiirra oolchuu…